Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ameerikaan damee Poolisiin tumsa Itiyoophiyaa wajjin qabdu caalmaatti ni cimsiti – Ambaasaaddar…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC)- Ameerikaan Itiyoophiyaa waliin Shoroorkeessummaa fi yakkoota daangaa ce’oo ittisuuf murannoo qabdi jedhan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Eerviin…
Kantibaa Adaanech sosochii guyyaa tokkotti dargaggoota kuma 30’f carraa hojii uumuu eegalchiisan
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinee Adaanech Abeebeen sosochii guyyaa tokkotti dargaggoota kuma 30’f sagantaa carraa hojii uumuu eegalchiisaniiru.
Sa'atii 24,…
Waggoottan sadan darbanitti paarkonni 24 fi iddoowwan ikoo-turizimii haaraan 18 hundaa’aniiru- Obbo…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC)- Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan waggoottan sadan darbanitti paarkonni 24 fi iddoowwan ikoo-turizimii haaraan 18…
Pirojektiin Finnaa Dibbee Adaamaa…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa rakkoo horsiisee bulaa hundeerraa furuuf xiyyeefannoo kennuun pirojektii Finnaarratti hojjechaa jira.
Godina Boorana…
Komishinichi yaa’ii waamuuf qophii xumuraa jira- Piroofeesar Masfin Ara’aayaa
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC)- Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Piroofeesar Masfin Ara’aayaan ajandaalee yaa’ii marii bocuun ifoomsuufi yaa’ii waamuuf komishinichi qophii…
Ambaasaaddar Dooktar Jamaal Bakar xalayaa muudama isaanii Pireezidaantii Emireetoota Araba…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Emireetoota Araba Gamtoomaniitti Ambaasaaddara guutuu ta’uun kan muudaman Ambaasaaddar Dooktar Jamaal Bakar xalayaa muudama isaanii Pireezidaantii…
Albuudnii fi indaastiriin ka’umsa, dinagdeen dijiitaalaa ammoo kan walsimsiisuu dha – Dooktar…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) - Dameeleen albuudaa fi indaastirii bakka ka’umsa keenyaa, dinagdeen, dijiitaalaa ammoo kan walsimsiisuu dha jedhan Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dooktar…
Waltajjii injifannoo dippiloomaasii olaanaa argamsiise…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaa’ii biyyoota garee 20 Afrikaa Kibbaatti gaggeeffame cinatti hoggantoota biyyoota 16 waliin dhimmoota…
Gaaffii abbootii qabeenyaaf saffisaan deebii kennuun yaa’iinsa invastimantii dabaleera- Komishinicha
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC)- Komishiniin Invastimantii Itiyoophiyaa gaaffii abbootii qabeenyaaf saffisaan deebii kennuun yaa’iinsa invastimantii dabaleerajedhe.
Komishinarri…
Hojiilee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Baatiwwan Onkololeessaa fi Sadaasaa keessa…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Hojiilee ijoo biyyaalessaa fi addunyaalessaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Baatiwwan Onkololeessaa fi Sadaasaa keessa raawwatan Waajjirri…