Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pirofeesar Birhaanuu Naggaan Itti Aanaa Ministira Muummee fi Ministira Barnoota Kooriyaa Kibba…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan, Itti Aanaa Ministira Muummee fi Ministira Ministeera Barnootaa Kooriyaa Kibbaa Lee Juu Hoo…
Mariin biyyaalessaa furmaata biyyaalessaa argamsiisaan eegama-Aadde Adaanech
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC)- Mariin Biyyaalessaa Ummanni abbaa aangoo fi abbaa dhimmichaa ta’uun kallattiinis ta’e bakka bu’oota isaan ajandaalee dhiyaatanirratti mari’achuun, furmaata…
Waajjirri Giiftii Duree fi Dhaabbanni Tola Oolaa “Good Neighbors” waliigaltee mallateessan
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) - Hojiilee Waajjira Giiftii Dureen hojjetamuu deeggaruuf, Dhaabbata Tola Oolaa Idil Addunyaa “Good Neighbors” waliin waliigalteen…
Dooktar Abrahaam Balaay hoggantoota Olaanoo dhaabbata Nyaataa fi qonna Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Dooktar Abrahaam Balaayi fi Ministir Deetaan Ministeericha Dooktar Birhaanuu Leenjisoon jila…
Jilli Pireezidanti Shimallisiin durfamu giddugala agarsiisa Itiyoo teeleekoom daawwate
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi qondaaltonni olaanoon naannichaa giddugala agarsiisaa tiyoo Teeleekoom Yaadannoo…
Daandiin Addabaabayii Masqalaa gara Boolee geessu sababa misooma koriidariin gariin cufaa ta’uu…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) – Daandiin Addabaabayii Masqalaa gaaa Boolee geessu sababa misooma koriidariin gariin cufaa ta’u Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Dubbisuun hawaasa tasgabbaa’e, kan qalbiin yaaduufi olaantummaa yaadaatti amanu ijaaruuf…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) – Dubbisuun hawaasa tasgabbaa'e, kan qalbiin yaaduufi olaantummaa yaadaatti amanu ijaaruuf murteessaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiy Ahimad…
MM Dooktar Abiy Ahimadii simannaa Pireezidaanti Yuun Suuk Yii’ool taasiisaniif galateeffatan
Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Simannaa hoo'aa Pireezidaanti Yuun Suuk Yii'ool taasiisaniif galateeffataniiru
Yeroo itti aanu Hariiroon biyyoota…
MM Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Yaadannoo Duultoota Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Yaadannoo Duultoota Itiyoophiyaa Kooriyaa Kibbaatti argamu…
Konfiraansiin dargaggootaa gandoota Oromiyaa hunda keessatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) –Qindeessummaa Biiroo dargaggoo fi Ispoortii Oromiiyaan Konfiraansiin gandoota Oromiyaa hunda keessatti gaggeeffamaa jira.
Konfiraansichi mata duree…