Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aanaa Maannaatti balaa tiraafikaan lubbuu namaa fi qabeenyaarra miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Adoolessa 18, 2016 (FBC)- Godina Jimmaa Aanaa Maannaa iddoo Addaa Malkaa Mannaa jedhamutti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun nama 1 battalumatti yoo darbu namoota sadi irra…
Naannoon Kibba Lixa Itiyoophiyaa lammiilee sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2016 (FBC)- Naannoon Kibba Lixa Itiyoophiyaa Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godinaa Goofaa Aanaa Gazee Goofaatti lammiilee sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa Birrii…
Beenishaangul Gumuzitti sagantaan jalqabsiisa tola ooltummaan Gannaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 18, 2016 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti sagantaan jalqabsiisa tola ooltummaan Gannaa gaggeeffamaa jira.
Tola ooltummaan baatiiwwan Ganna baranaa mata duree…
Manni Maree Naannoo Gaambeellaa yaa’ii idilee gaggeesuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 18, 2016 (FBC)- Manni Maree Naannoo Gaambeellaa yaa’ii idilee 6ffaa Magaalaa Gaambeellaatti gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichaan raawwii karoora bara baajataa 2016…
B/M/Finfinnee lammiilee balaa sigiga lafaan miidhamaniif deegarsa Birrii miiliyoona 45.5’tti…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2016 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee lammiilee balaa sigiga lafaan miidhamaniif deegarsa Birrii miiliyoona 45.5'tti tilmaamamu taasise.
Kantiibaan Bulchiinsa…
Noorweey gahee Olaanaa Itiyoophiyaan tasgabbii Naannawichaaf taasisaa jirtu dinqisifatte
Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) –Noorweey gahee olaanaa Itiyoophiyaan tasgabbii Naannawichaaf taasisaa jirtu dinqisifatte.
Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar…
Bu’uuraalee misoomaa magaalichaa sirnaan eeguuf seera kabachiisa dambiirratti fooyya’iinsi taasifame
Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Abbaan Taayitaa Kabachiisa Dambii Magaalaa Finfinnee Bu’uuraalee Misooma magaalichatti hojjetaman badiirraa tiksuuf seera kabachiisaa dambiirratti…
Lammiileen kumni 1 fi 204 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 204 balallii marsaa Sadiin har’aa gaggeeffameen gara biyyaatti…
Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa lafa heektaara 550 Invastimantiif qophii taasisuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa lafa heektaara 550 Invastimantiif qophii taasisuun bu’uuralee misoomaa garaagaraa ijaaraa jiraachuu ibseera.…
Itiyoo Teeleekoom lakkoofsa ergaa gabaabaa lammiilee Godina Goofaatti miidhaan irra qaqqabeef…
Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Itiyoo Teeleekoom lakkoofsa ergaa gabaabaa lammiilee Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan miidhaan irra qaqqabeef deeggarsa walitti qabuuf gargaaruu…