Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hawaasni rakkoolee nageenyaan buqqa’an kumni 226 ol gara qa’ee isaanitti deebi’an…
Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Hawaasni sababa rakkoo nageenyaan qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'an kumni 226 ol gara qa'ee isaanitti deebi'uu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo…
Aggaammii keessaafi alaa qolachuun danda’ame – Pir.Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Aggaammii keessaafi alaa qolachuun danda'amuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.
Pireezidaanti Shimallis…
Miidhamtoota deebisanii dandamachiisuuf deeggarsa ni taasisna-Obbo Taaggasaa Caafoo
Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)-Afyaa’iin Mana Mare Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasaa Caafoon Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaatti balaa ibiddaa ‘Giddugala gabaa Ashawaa’tti mudateen…
Tajaajillichi bobbii odeeffannoo fi oppireeshinii biyya bu’uuressan gaggeessuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)-Tajaajilli Tikaa fi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa bobbii odeeffannoo fi oppireeshinii biyya tasgabbeessanii fi bu’uuressan gaggeessuu ibse.…
Itiyoophiyaanonni dhaloota 2ffaa Pirojektii Caakkaatti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaanonni dhaloota 2ffaa marsaa 3ffaan biyya alaarraa gara Itiyoophiyaa dhufan Sagantaa Ashaara Magariisaarratti hirmaachuun Pirojektii Caakkaatti…
Caffeen Oromiyaa Yaa’ii 7ffaa borurraa eegalee gaggeessa
Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Idilee 7ffaa bara hojii 6ffaa, borurraa eegalee Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeessa.
Afyaa’iin Caffee Oromiyaa…
Sosochii galii bara 2017 walitti qabuu gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Waltajjiin sosochii galii bara 2017 walitti qabuu gaggaeeffameera.
Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen gama miidiyaa…
Komishinichi dandeetii dhaabbatummaa cimsuun bu’aa galmeesseera-Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)-Komishiniin naamusaa Fi Inispeekshinii Paartii Badhaadhinaa Dandeetti dhaabbatummaa cimsuun bu’aa galmeessuu Pireezidaantii Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa…
Qabxiin qormaata Kutaa 6ffaa Magaalaa Finfinnee ifoome
Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Qabxii darbiinsaa qormaata Kutaa 6ffaa Magaalaa Finfinnee ifoome.
Miseensonni Waliigalaa Mana Maree Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee marii…
Bishooftuutti pirojektoonni Birrii biiliyoona 4 oliin ijaarman eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Magaalaa Bishooftuutti Pirojektoonni Birrii biiliyoona 4 oliin ijaarman eebbifamaniiru.
Pirojektoonni eebbifaman kunneen giddugala gabaa, Gamoo Mana…