Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti hanga ammaatti xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 5.8 dhiyaachuun qonnaan bulaaf raabsamaa…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti bara oomishaa kana xaa’oo kuntaala miiliyoona 8.8 dhiyeessuuf karoorfame keessaa hanga ammaatti kuntaalli miiliyoonni 5.8…
Itiyoophiyaan Ijaarsa Diinagdee Dijitaalaaf xiyyeeffannoo kennitee hojjechaa jirti – Obbo…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Ijaarsa Diinagdee Dijitaalaaf xiyyeeffannoo kennitee hojjechaa jiraachuu Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan…
Jilli Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Magaalaa Dambii Dollootti dhimmoota misoomaafi nageenyaarratti…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Godina Qellem Wallaggaa Magaalaa Dambii Dollootti…
Tigraayitti Indaastiriiwwan haaraan 227 hojii eegalan
Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) – Naannoo Tigraayitti baatiwwan saglan darban Indaastiriiwwan haaraan 227 hojii eegaluu Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allebal ibsaniiru.…
Milkaa’ina Marii Biyyaalessaaf Dhaabbileen Miidiyaa gahee isaani bahachuu qabu –…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) –Milkaa’ina Marii biyyaalessaaf dhabbiileen Miidiya qajeelummaa dhugaafi amanamummaan gahee isaanii bahachuu qabu jedhan Komishinarri Komishinii…
Itiyoophiyaa fi Saa’ud Arabiyaatti hanqina hojmaata bobbii hojiirratti mul’atu furuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) –Ministirri Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kaamiil Ministir Deetaa Ministeera Qabeenya Namaa fi Misooma Hawaasummaa Saa’ud Arabiyaa Abdiilwaahaab…
Obbo Tamasgeen argisiisa Istiraayid Itiyoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaa fi jilli isaaniin durfamu argisiisa ‘Istiraayid Itiyoophiyaa’daawwataniiru.…
Waggoottan shanan darban rakkoowwan gamhedduu keessatti bu’aaleen gurguddon galma’aniiru –…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) –Waggootaan shanan darban rakkoolee hawaas dinaagdee hedduu mudatan dandamachuun bu’aalee gurguddoo galmeessuun danda’amuu Itti Aanaan Pireezidaantii…
Dooktar Abiy misooma naannawaa Holqa Soof Umar galii kitaaba ‘Dhaloota Ida’amuu’ irraa…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad misooma naannawaa Holqa Soof Umar galii kitaaba 'Dhaloota Ida’amuu' irraa argameen hojjetamaa jiru…
Qamadii jallisii boneen misoomerraa hanga ammaatti callaa kuntaalli miiliyoonni 90 argame –…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Qamadii jallisii boneen misoomerraa hanga ammaatti callaa kuntaalli miiliyoonni 90 argamuu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen himaniiru.…