Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qormaanni biyyaalessaa Kutaa 12ffaa saayinsii uumamaa haala tasgabbii qabuun kennamaa jira – Pir.…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2016 (FBC) – Qormaanni biyyaalessaa Kutaa 12ffaa saayinsii uumamaa haala tasgabbii qabuun kennamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu…
Manni Maree Magaalaa Shaggar Yaa’ii Idilee gaggeessaa jira
Manni Maree Magaalaa Shaggar Yaa’ii Idilee gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 9, 2016 (FBC) – Manni Maree Magaalaa Shaggar Yaa'ii idilee kurmaana 4ffaa gaggeessaa…
Dirre Dhawaatti BalaaTiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 11 darbe
Finfinnee, Adoolessa 9, 2016 (FBC) – Dirre Dhawaatti BalaaTiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 11 yoo darbu, namoota 10 irra miidhaan qaamaa qaqqabuu Poolisiin ibse.
Bulchiinsa magaalaa…
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Saayinsii Uumamaa kennamu eegale
Finfinnee, Adoolessa 9, 2016 (FBC)- Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa barattoota Saayinsii Uumamaaf kennamu eegaleera.
Qormaatichi Oonlaayinii fi Waraqaan kennamu eegaluun ibsameera.…
Cehumsa dinagdee akeekaa jirru keessatti waadaa gochatti jijjiiruun, badhaadhina waloo mirkaneessuuf…
Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Cehumsa dinagdee akeekamaa jiru keessatti ummataaf waadaa galame gochatti jijjiiruun badhaadhina waloo mirkaneessuuf kan hojjetan ta’uu pireezidaantiin…
Ambaasaaddar Taayyeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerika waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Maasiingaa waliin mari’ataniiru.
Mariin…
Lammiileen kumni 1 fi 198 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 198 gara biyyaatti deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa kumni 1 fi 14…
Luwiis Naannii fi Niwaankuu Kaanuun Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Luwiis Naannii fi Niwaankuu Kaanuun Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa waliin mari’atan.
Marichaan…
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Durfamu Magaalaa Walisootti hojiilee Misooma Daawwate
Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Walisootti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwateera.
Jillichi…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa ittisa Kooviid keessatti tumsa taasiseen beekkamtii argate
Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa weerara vaayirasii Koroonaa ittisuu keessatti hirmaannaa idil addunyaa taasifame keessatti gahee caaluu bahachuun…