Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ajandaaleen misoomaa idil addunyaa karoora biyyaalessaa waliin walsimuun hojiirra oolaa jiru
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan ajandaalee Ardii fi Idil Addunyaa karoora biyyaalessaa ishee waliin walsimsuun hojirra oolchuu cimsitee itti fufti jedhe Ministeerri…
Xaa’oon kuntaalli Miliyoonni 21 gara biyyaa seenaa jira – Ministeera Qonnaa
Finfinnee 11, 2017(FMC) - Xaa’oon kemiikaalaa qonna gannaa bara 2017/18’f oolu kuntaalli miliyoonni 21 gara biyyaatti geejjibsiifamaa jira jedhe Ministeerri Qonnaa.
Akka ibsa…
Magaalichatti guddina Daa’immaniif xiyyeeffannoon kennamee hojjetamaa jira – Kaantibaa Adaanech…
Finfinnee Waxabajjii 11, 2017 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee guddina hundagaleessa daa’immaniif xiyyeeffannoo olaanaa kennee hojjechaa jira jedhan Kantiibaan magaalichaa aadde…
Dooktar Abiy Bakka Bu’oota Paartiilee Siyaasaa waliin mari’atan
Finfinnee Waxabajjii 11,2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Bakka Bu'oota Paartiilee Siyaasaa waliin mari'ataniiru.
Dirree Siyaasaa bal’isuuf murtoon bara 2010…
Qormaata biyyaalessaa Kutaa 12ffaa kennuuf qophiin xumurame-Ministeera Barnootaa
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2017 (FMC )-Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa kennuuf qophiin barbaachisu xumurame jedhe Ministeerri Barnootaa.
Daayirektarri Olaanaan Tajaajila Madaallii…
Industiriin Oomisha Maashinaroota Qonna Adaamaa maashinoota ammayyaa’oo Biiroo Qonnaa Naannoo…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2017(FMC) – Garee Itiyoo Ijiinaringitti Industiriin Oomisha Maashinaroota Qonna Adaamaa maashinoota ammayyaa’oo 50 Biiroo Qonnaa Naannoo Somaaleef dabarseera.…
Hojiileen misooma baala shaayee waloon misoomsuu godina Jimmaa fakkeenyummaa gaarii qaba – Obbo…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2017 (FMC )- hojiileen misooma baala shaayee waloon misoomsuu godina Jimmaa fakkeenyummaa gaarii qaba jedhan Minstirri Muummee Itti aanaa obbo Tamasgeen Xirunaan.…
Hojiin seenaashee durii daran miidhagsu Jimmatti hojjetamaa jira- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC)- Hojiin seenaashee durii daran miidhagsu Jimmatti hojjetamaa jira jedhan Ministira Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.
Obbo Tamsgeen Xurunaan…
Godinichatti galiin karoorfame % 83 ol walitti qabame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC) – Waajjirri Galii Godina Arsii galii bara kana walitti qabuuf karoorfadhe keessaa %83 kan caalu walitti qabeera jedhe.
Waajjirichi bara kana galii…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii jalqabaa gara Hayidiraabaadiitti taasise
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii jalqabaa Finfinnee gara Hindi Hayidiraabaadiitti taasise.
Daandichi torbeen guyyaa sadi balallii Finfinnee…