Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunivarsiitiin Haraambee barattoota kuma 2 fi 800 ol eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Haraambee barattoota marsa 25ffaaf ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 2nfi 887 har'a eebbisiiseera.
Eebbifamtoonni kunniin damee…
Damee Tuurizimii Waggoota Shanan Darban keessa…
Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Waggoota shanan darban keessatti dameen turizimii Itiyoophiyaa milkaa’ina baay'inaa fi gosaan galmeessuun, sochii idilee irraa gara maddoota galii…
Tajaajilii giddugala tokkoo masoob naannoo hundaattii egalamee jira – Dooktar Makuriyaa…
Finfinnee, Hagayya 30, 2018(FMC) - Tajaajilii giddugala tokkoo masoob naannoo hundaattii egalamee jira jedhan Komiishineerri Komiishinii Siivil Sarvisii Federaalaa - Dooktar Makuriyaa…
Milkaa’inni hojii mana marichaa kan argame tattaaffii hojjettoota hundaani- Obbo Taaggasaa Caafoo
Finfinnee, Hagayya 30, 2018(FMC)- Waggoottan shanan darban keessa hojiileen Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa kan milkaa’an tattaaffii hojjettoota hundaani jedhan Af-Yaa’iin mana marichaa…
Biyyoonni Afrikaa muuxannoo Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaa qooddachuu qabu- Gamtaa…
Finfinnee, Hagayya 30, 2018(FMC)- Biyyoonni Afrikaa hojiilee ittisa jijjiirama qabeenya qilleensaa irratti muuxannoo Itiyoophiyaa qooddachuu qabu jedhan Gamtaa Afrikaatti Daayrektarri…
Abdii dhugoome
Finfinnee, Hagayya 30, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan waggoota shanan darban hojiilee misoomaan seenaa haaraa galmeessisteetti.
Fooyya’iinsi imaammataa biyyattiin gaggeessite dandeettii…
Humni walichaa karoora eegumsa ayyaanoota yeroo itti aanaanii kabajamanii gamaaggame
Finfinnee, Hagayya 29, 2018 (FMC) – Humni waloo Nageenyaa fi Tasgabbii gamaaggama karoora eegumsa ayyaanoota yeroo itti aanaan kabajamanii gaggeessuun kallattii kaa’eera.
Sagantaa kabaja…
Dooktar Geediyoon Gargaaraa Barreessaa Dhimma Afrikaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 29, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Gargaaraa Barreessaa Dhimma Afrikaa Ameerikaa Firaanki Gaarshiiyaa waliin mari’ataniiru.…
Mootummaan Ida’amuu mootummaa hawaasaaf hojjetu qofa osoo hin taane, mootummaa hawaasa waliin…
Finfinnee, Hagayya 29, 2018 (FMC) – Mootummaan Ida’amuu mootummaa hawaasaaf hojjetu qofa osoo hin taane, mootummaa hawaasa waliin hojjetudha jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Xaaliyaaniif ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Hagayya 29, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Xaaliyaanii Joorjiyaa Meelooniif ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Bulchiinsi Joorjiyaa…