Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hanni gufuu fi salphina – MM Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Hanni gufuu fi salphina guddaa ta'uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Akka mootummaatti hanni raawwatame hin jiru, kana…
Fonqolchi mootummaa Itiyoophiyaa keessatti yoomiyyuu hinmilkaa’u-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC)-Fonqolchi mootummaa Itiyoophiyaa keessatti yoomiyyuu kan hinmilkoofne ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Sagantaan Ashaaraa magariisaa Itiyoophiyaan hojiirra oolchaa jirtu addunyaaf fakkeenya ta’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Sagantaan Ashaaraa magariisaa Itiyoophiyaan hojiirra oolchaa jirtu addunyaaf fakkeenya ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa ibse.
Tattaaffii addunyaan…
Yuunivarsiitiin Odaa Bultum barattoota kuma 1fi 170 eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Odaa Bultum barattoota ogummaa garagaraatiin barsiisaa ture kuma 1fi 170 eebbisiiseera.
Yuunivarsiitichi barattoota muummeewwan…
Yuunivarsiitiin Haramaayaa barattoota muummee barnoota garaagaraan barsiisaa ture kuma 3 fi 370…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) _ Yuunivarsiitiin Haramaayaa barattoota muummee barnoota garaagaraan barsiisaa ture kuma 3 fi 370 eebbisiiseera.
Eebbifamtoota keessaa 49 digrii…
Cabiinsa barnootaa bu’uuraarraa jijjiiruuf hojjetamaa jira-MM Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC)- Cabiinsa damee barnootaan biyyattii mudate bu’uuraarraa jijjiiruuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad himan.
Dooktar…
Seektaroota diinagdeen bu’aalee fi injifannoowwan olaanaan argamaniiru-Dooktar Abiy Aimad
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaatti rakkooleen idil Addunyaa fi biyyatti mudataanis rakkoolee keessatti seektarootaa diinagdeen bu’aalee fi injifannoowwan olaanaan galmaa’uu…
Oomishaalee alaa galan kan biyya keessaan bakka buusuuf hojiilee bu’aa qabeessi hojjetamaa jira – MM…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Indaastiriiwwan oomishaalee alaa galan biyya keessatti akka oomishaniif hojiilee hojjetameen bu’aa jajjabeessan argamuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Magaalaa Naqamteeti piroojekitiwwan Birrii miiliyoona 200 oliin ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Naqamteetti Piroojekitiwwan Birrii miliyoonaa 200 oliin ijaaramaa turan xumuramuun eebbifamaniiru.
Saganticharratti Bulchaa Itti…
Raawwii Karooraa 2016 Irratti Gaaffiilee Miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa Dhiyaatan
* Misooma Koriidarii naannawaa hundatti babal’isuuf hojiileen eegalaman yoo jiraatan akkamiin ibsama?
* Naannawaa horsiisee bultootaa fi kanneen birootti weerara busaa, gifiraa fi kanneen…