Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qaala’iinsi gara %23tti hir’ateera-MM Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaatti qaal’iinsi gatii bara darbee %30 ture barana gara %23’tti gadi hir’achuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Ministirri…
Qormaanni Kutaa12ffaa karaa nagaan akka xumuramu qophii gahaan taasiifame – Humni Walichaa
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Qormaanni Kutaa 12ffaa bara kanaa karaa nagaan akka xumuramu qophii gahaan taasiifamuu Humni waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksiise.
Qormaanni kutaa…
Yuunivarsitiin Diillaa fi Walaayittaa Sooddoo barattoota muummee barnoota garaagaraan barsiisaa…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Yuunivarsitiin Diillaa fi Walaayittaa Sooddoo barattoota muummee barnoota garaagaraan barsiisaa turan eebbisiisaniiru.
Haaluma kanaan Yuunivarsitiin…
Yuunivarsitiiwwan Naannoo Amaaraatti argaman 4 barattoota muummee barnoota garaagaraan barsiisaa…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Yuunivarsitiiwwan Naannoo Amaaraatti argaman 4 barattoota muummee barnoota garaagaraan barsiisaa turan eebbisiisaniiru.
Haaluma kanaan…
Guyyaan idil Addunyaa Hararii kabajamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Guyyaan idil Addunyaa Hararii 26ffaan magaalaa Hararii Istaadiyeemii Imaam Ahimaditti kabajamaa jira.
Guyyaan kun bara darbe Kaanaadaatti kabajamuun…
Dodolaatti pirojektonni Birrii miiliyoona 36’n hojjataman eebbaaf qophaa’an
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC)- Magaalaa Dodolaatti pirojektoonni Birrii miiliyoona 36’n hojjataman eebbaaf qophaa'uun ibsame.
Pirojektoonni kunneen gamoo bulchiinsaa, iddoo horsiisa…
Qormaanni Kutaa 12ffaa karaa nagaan akka xumuramu qophii gahaan taasiifame – Humni Walichaa
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Qormaanni Kutaa 12ffaa bara kanaa karaa nagaan akka xumuramu qophii gahaan taasiifamuu Humni waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksiise.
Qormaanni kutaa…
Bu’iitti Daa’immaan 4 lolaan fudhataman
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Godina Guraagee Bahaa Magaalaa Bu’iitti daa’imman afur lolaadhaan fudhatamuu Waajjirri Poolisii Magaalattii beeksise.
Ajajaa Poolisii Magaalattii…
Balaa Ibiddaa Dirree Dhawaan lammiileen miidhaman akka tumsaman waamichi dhiyaate
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Giddugala Gabaa Ashawaa Dirree Dhawaatti balaa ibiddaa guyyaa kaleessaa mudateen lammiilee miidhaan irra ga’e dandamachiisuuf hirmaannaa qindaa’aan akka…
Dooktar Abiy Ahimad Muudamoota garaagaraa kennan
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa kennaniiru.
Haalumaa kanaan:
-Aadde Shawiit Shaankaa Ministira Ministeera Aadaa…