Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa, Raawwii Kurmaana 3ffaa Manneen Hojii qorachaa jira
Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa, Raawwii Kurmaana 3ffaa Bara 2016 Manneen Hojii naannichaa Isaaniif Itti Waamaman Adaamaatti qorachaa jiru.…
Guyyaa tokkotti Teeleetoonii Diijitaalaan Birrii miiliyoona 50 walitti qabuuf sagantaa qophaa’e –…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Sosochii ‘Itiyoophiyaa qulqulluuf’ Caamsaa 4, 2016 Teeleetoonii Diijitaalaan guyyaa tokkotti Birrii miiliyoona 50 walitti qabuuf sagantaan…
Obbo Tamasgeen Xirunaan simannaa ummanni Wallaggaa hoggansa jijjiiramaaf taasise galateeffatan
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan simannaa ummanni Wallaggaa har’a Naqamteetti jila hoggansa mootummaa jijjiiramaaf taasise…
Warshaan Maxxansaa Jaappaan Itiyoophiyaatti hojii maxxansaa eegaluufi
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Warshaan Maxxansaa Jaappaan ‘Tooppaan Giraaviitii’ jedhamu Itiyoophiyaatti hojii maxxansa paaspoortii, waraqaa eenyummaa dijitaalaafi kaardii ATM maxxansuu…
Ambaasaaddar Taayyeen gita isaanii Turki waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen gita isaanii Turki Haakaan Fiidaan waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota hariiroo waloo,…
Argisiifni suuraa hariiroo Dippiloomaasii Itiyoo – Ameerikaa waggoota 120 mul’isu baname
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Argisiifni suuraa hariiroo Dippiloomaasii Itiyoo – Ameerikaa waggoota 120 mul’isu banameera.
Argisiisichi ‘suuraa agarsiiftuu Imala hariiroo waloo…
Sudaanitti nageenya waaressuu keessatti Itiyoophiyaan gahee murteessa akka baatu gaafatame
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) –Sudaanitti nageenya waaressuu keessatti Itiyoophiyaan gahee murteessa akka baatu gaafatameera.
Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar…
Magaalichatti waltajjiin qophii karoora Tiraanisfoormeeshinii gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti waltajjiin qophii karoora Tiraanisfoormeeshinii gaggeeffamuu eegaleera.
Qophii Karooraa fi Tiraanisfoormeeshinii hooggantoonni…
Obbo Fiqaaduu Tasammaan Hawaasa godinaalee Wallaggaa hiriira ba’uun deeggarsa hoggansa jijjiiramaaf…
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan Hawaasa godinaalee Wallaggaa hiriira ba’uun deeggarsa hoggansa…
Pireezidaanti Shimallis Hawaasa godinaalee Wallaggaa hiriira ba’uun deeggarsa hoggansa jijjiiramaaf…
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallisa Abdiisaan Hawaasa godinaalee Wallaggaa hiriira ba’uun deeggarsa hoggansa jijjiiramaaf qaban…