Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanach Abeebeen manneen jireenyaa 907 lammiilee harka qalleeyyiif dabarsan
Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) ¬–Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen manneen jireenyaa 907 lammiilee harka qalleeyyiif dabarsaniiru.
Aadde Adaanachi Ayyaana Sooma Hiikaa…
Obbo Adam Faarahi ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahi Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ayyaanichi…
Aarsaan Yesuus Kiristoos ilmaan namaatiif jecha kaffale balbala araaraa fi dhiifama addunyaaf kan…
Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) ¬– Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Ayyaanni Du’aa ka’uu haaloota abdii nama kutachiisan keessatti kan argame ayyaana…
Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) ¬– Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ayyaanni Du'aa ka'uu…
Pireezidaantoonni naannolee ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) – Pireezidaantoonni naannolee Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan…
Pireezidaantoonni naannolee ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) – Pireezidaantoonni naannolee garaagaraa ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Itti Anaan Pireezidaantii naannoo…
Du’aa ka’uun Yesuus, guca injifannoo imala jireenya haaraa araaraan kan guutameedha – Pir. Shimallis…
Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) – Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun ergaa baga geessaniiru.
Du’aa ka’uun Yesuus, guca…
Lammiileen Itiyoophiyaa kumni 1fi 229 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa'ud Arabiyaatti rakkoo garaagaraa keessa turan kumni 1 fi 229 garaa biyyaatti deebi'aniiru.
Lammiilee guyyaa kaleesa garaa…
Dooktar Abiy Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Iyyasuus Kiristoos rakkinaa fi du'a,…
Obbo Ahimad Shiideen Damee Faayinaansiin hogganaa cimaa ta’uun filatame
Finfinnee, Ebla 25, 2016 (FBC) – Barruun Hoggarsa Afrikaa Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiidee Damee Faayinaansiin hogganaa cimaa jechuun filateera.
Obbo Ahimad Shiideen…