Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon maanguddootaa fi harka qalleeyyiif…
Finfinnee, Ebla 27, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Du'aa Ka'uu Iyyasuus Kirirstoos sababeeffachuun maanguddootaa fi…
Hawaasa harka qalleeyyii naannawaa keenyatti argaman gargaaruun murteessadha – Dooktar Alamuu…
Finfinnee, Ebla 27, 2016 (FBC) – Hawaasa harka qalleeyyii naannawaa keenyatti argaman gargaaruun murteessadha jedhan Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii Dooktar Alamuu Simeen.…
Aadde Adaanachi lammiilee harka qalleeyyiif maaddii qoodan
Finfinnee, Ebla 27, 2016 (FBC) – Kaantibaan Magaalaa Finfiinnee Aadde Adaanachi Abeebeen lammiilee harka qalleeyyii fi namoota biyyaaf oolmaa oolaniif maaddii qoodaniiru.
Aadde Adaanach…
Finfinneetti namoonni lolaan marfaman 25 baraarraman
Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) – Guyyaa har'aa Magaalaa Finfinneetti Rooba cimaa Roobuu hordofee namoonni lolaan marfaman 25 osoo miidhaan irra hin qaqqabin baraaruun danda'amuu ibsameera.…
Hojii Misooma Sululaafi Ashaaraa Magariisaaf xiyyeeffannaa laannee hojjechuu irratti argamna –…
Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) – Hojii Misooma Sululaafi Ashaaraa Magariisaaf xiyyeeffannaa laannee hojjechuu irratti argamna jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Obbo Getaachoow Raddaa fi Obbo Musxafee Mahaammad ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) – Pireezidaantii Bulchiinsa Yerio Naannoo Tigraay Obbo Getaachoow Raddaa fi kan Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Waayita Ayyaana Du’aa Ka’uu Iyyasuus Kiristoos kabajnu nageenya dhala namaaf kadhachuun…
Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) – Paatiriyaarikiin Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa Waayita Eebbifamoo Abunee Maatiyaas Ayyaana Du'aa Ka'uu Iyyasuus sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Aadde Adaanach Abeebeen ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) – Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Waayita ayyaana kana kabajni…
Du’aa Ka’uun Kiristoos mallattoo araaraa, dhiifamaafi fayyinaati – Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan
Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) – Af Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan ayyaana Sooma Hiikaa Sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Yaadannoon Du’aa Ka’uu…
Godina Gujiitti balaa Lolaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) – Godina Gujii Aanaa Adoolaa Reeddeetti balaa Lolaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuu ibsame.
Aanaa Adoolaa Reeddeetti Roobaa Cimaa Kaleessaa waaree booda…