Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannichi Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota kuma 1 fi 445’f dhiifama taasiise
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Naannoon Kibba Itiyoophiyaa Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa kuma 1 fi 445’f dhiifama taasiiseera.
Ayyaana Sooma Hiikaa…
Itiyoophiyaanoota Dhaloota 2ffaa Ayyaanaa Sooma Hiika sababeeffachuun gara biyyaa dhufaniif…
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaanoota Dhaloota 2ffaa Ayyaanaa Sooma Hiika sababeeffachuun gara biyyaa dhufaniif simannaan taasiifamaa jiraachuu ibsame.
Ministirri…
Boba’aan seeran ala socho’aa ture Barmeelli 46 to’atame
Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Boba’aa seeran ala socho’aa ture Barmeela 46 to’achuu Poolisiin magaalaa Miizaan Amaan ibse.
Naafxaan Barmeelli 35 fi Beenzilli barmeelli 11 karaa seeraan…
Dhagaan Bu’uuraa ijaarsa Piroojektii Bishaan dhugaatii jiraattoota kuma 80 ol fayyadamuu taasiisuu…
Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leddaamoon Magaalaa Hawaasaatti Ijaarsa Piroojektii Bishaan dhugaatii jiraattoota kuma 80 ol fayyadamuu…
Hojiin mirgaa fi fayyadamummaa hojjettootaa kabachiisuu cimee itti fufa – Aadde Mufariyaat Kamiil
Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Nageenyummaa Indaastirii mirkaneessuun, oomishtummaa guddisuun, mirgaa fi fayyadamummaa hojjettoota kabachiisuun cimee itti fufa jedhan Ministirri Ministeera…
Jilli Aadde Adaanach Abeebeen durfamu Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa daawwateera
Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) –Jilli Kantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen durfamu Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa daawwateera.
Jilichi Mooraa Qajeelcha Humna Qilleensaa…
Gamtichi Yaalii sanada sobaan Maallaqa daddabarsuuf yaalame balaaleeffate
Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Gamtaan Afrikaa Bara Faranjootaa Ebla 15, 2024 Yaalii sanada sobaan Baankii Daldala Itiyoophiyaa Mooraa Waajjira Muummee gamtichaa keessatti argamuu Maallaqa…
Poolisiin Federaalaa sosochii ‘Itiyoophiyaa Qulqullutti’ makame
Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Poolisiin Federaalaa sosochii ‘Itiyoophiyaa qulqulluu’ Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad mata duree 'Daandii Qulqulluu - Jireenya Fayyaa' jedhuun…
Xaa’oon Biyyoo kuntaalli miiliyoonni 11.79 ol gara biyya keessaa geejjibsiifamuu ibsame
Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Bara Oomisha 2016/17'f kan oolu Xaa’oo Biyyoo kuntaala miiliyoona 12 Buufata Jibuutii ga’e keessaa Kuntaalli miiliyoonni 11.79 gara biyya keessatti…
Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti rakkoon nageenyaa ture fooyya’aa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Godinaalee Wallagaa Lixaa ,Qellem Wallagaa fi Gujii Lixaatti Qindoomina caasaa nageenyaa fi hawaasaan hojii hojjetameen rakkoon nageenyaa ture…