Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Misooma qabeenya bosonaa caalmaatti guddisuuf gahee giddugaloota damichaa…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan misooma qabeenya bosonaa bakka turetti deebisuuf hojiilee abdachiisoo eegalteen sadarkaa idil addunyaatti beekamtii argataa jirti jedhan…
Abbootiin qabeenyaa dhaabbilee tapha Jirraa Ispoortii galii mootummaan argachuu qabu Birrii…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) – Abbootiin qabeenyaa dhaabbilee tapha Jirraa Ispoortii fi tumsisoota isaanii galii mootummaan argachuu qabu Birrii biiliyoona 100 waliindhahuun yakkaan…
Obbo Ahimad Shideen Pireezidaantii Baankii Misooma Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Pireezidaantii Baankii Misooma Afrikaa Dooktar Siidii Uuldi Taahii waliin mari’ataniiru.
Fooramii…
Itiyoophiyaan biyya gaariidha jechuu qofa osoo hin taane biyya seenaa fi qabeenya hedduu qabdu ta’uu…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan biyya gaarii fi mijattuudha jechuu qofa osoo hin taane biyya seenaa fi qabeenya hedduu qabdu ta’uu beeksiisuun barbaachisaadha jedhan…
Qajeeltoo uumuu fi saffisa itti fufiinsa qabuun hojjechaa badhaadhina Itiyoophiyaa mirkaneessina –…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) – Qajeeltoo uumuu fi saffisa itti fufiinsa qabuun hojjechaa badhaadhina Itiyoophiyaa mirkaneessina jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen.…
Cop 32 Itiyoophiyaa addunyaatti beeksisuuf carraa guddaadha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) – Yaa’iin Qabeenya QilleensaaMootummoota Gamtoomanii 32ffaan Itiyoophiyaa addunyaatti beeksisuuf carraa gaariidha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Hoggansi sadarkaan jiru haala barame keessaa bahuun gaggeessummaa qajeeltoo fi ilaalama Mootummaa…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) - Hoggansi sadarkaan jiru haala barame keessaa bahuun gaggeessummaa qajeeltoo fi ilaalama Mootummaa Ida’amuutiin masakame kennuun badhaadhina hunda galeessa…
Itiyoophiyaan COP 32 akka qopheessituuf filamuun bu’aa dippiloomaasiti – MDhA
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC)- tiyoophiyaan Yaa’ii Qabeenya Qilleensaa Mootummoota Gamtoomanii (COP 32) akka qopheessituuf filatamuun bu’aa dippiloomaasii bu’aa qabeessatti jedhe…
Guyyaan Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Itiyoophiyaa Godina Boorana Bahaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC)- Guyyaan Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Itiyoophiyaa 20ffaan Godina Boorana Bahaatti kabajamaa jira.
Guyyichi sagantaalee garaagaraan Magaalaa…
Qabsoon Sabaaf Sablammootaa biyya hundaaf taatuu fi hunda walqixa keessummeessitu ijaaruudha –…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) – Aadaa, duudhaa fi seenaa Uummattootaatti kabaja horuun eenyummaa dhugaa waloomaaf utubaa ta’e ijaaraa jirra jedhan Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde…