Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kantibaa Adaanech Abeebeen kutaalee hawaasaa garaagaraaf maaddii qoodan
Finfinnee, Bitootessa 9, 2018(FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen kutaalee hawaasaa garaagaraa kuma 100 oliif maaddii qoodaniiru.
Kutaalee hawaasaa harka qalleeyyii,…
Itiyoophiyaafi Xaaliyaaniin idaa siqsuuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 9, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaafi Xaaliyaaniin waliigaltee idaa siqsuu mallatteessuun tumsa tarsiimawaa isaanii cimsan.
Waliigalticha Ministira Ministeera Maallaqaa…
Kemiikaalli sammuu hadoochu kiilogiraamni 4.48 qabame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2018(FMC) - Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleen miliqfamee baafamuuf kan ture kemiikaalli sammuu hadoochu Kookeeyni jedhamu kiilogiraamni 4.48 qabamuun himame.…
Dooktar Geediyoon Ximootewoos jila gamaaggama haalduree filannoo Gamtaa Afrikaa waliin…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2018(FMC) - Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootewoos jila gamaaggama qophii dursaa filannoo Gamtaa Afrikaa waliin mari'ataniiru.
Ministirichi wayita…
Sagalee dubartootaa biyya ijaaruu keessatti gahee guddaa qabu…
Finfinnee, Bitootessa 8,2018(GMC) -Godina Gujiitti dubartootni galmaa'anii kaardii filannoo fudhatan sagaleen keenya biyya ijaaru keessatti gahee guddaa qabdi jedhan.
Filannoo…
Mootummaan amantaalee hunda qixaan keessummeessa – Kantibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Bitooteessa 8, 2018 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hoggantoota mana Amantaa Kiristaanaa warra wangeelaa, Kaatolikii fi Adveentistii waliin…
Filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa irratti hirmaachuuf kaardii filannoo fudhannee qophoofneerra…
Finfinnee, Bitooteessa 8, 2018 (FMC) - Filannoo waliigalaa,marsaa 7ffaa bara kana gaggeeffamu irratti dammaqinaan hirmaachuuf kan nu dandeessisu kaardii filattootaa fudhanneerra jedhan…
Hojimaatonni boba’aa seeraan fayyadamuu dandeessisan sirnaan akka hojiirra oolan gaafatame
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018(FMC) - Jeequmsa Baha Giddugaleessaa keessatti uumameen walqabatee hojimatonni boba'aa itti gaafatamummaan fayyadamuuf dandeessisan sirnaan akka hojiirra oolan…
Ka’umsi milkaa’inaa fedhii fi cichoomina – Dubartoota K/M Sulultaa
Finfinnee, Bitootessa 7, 2018 (FMC) – Ka’umsi milkaa’inaa fedhii fi cichoomina jedhan dubartootni Kutaa Magaalaa Sulultaa hojii oomisha aannaniirratti bobba’an.
Aadde Shankooree Gizaa fi…
Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa balaa Godina Gaamootti mudateen gaddi itti dhagahamuu ibsan
Finfinnee, Bitootessa 7, 2018 (FMC)- Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahmuud Alii Yusuuf balaa sigiga lafaa Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa Godina Gaamootti mudateen gaddi itti dhagahamuu…