Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sosochii Ummataa ‘Barnoonni dhalootaaf’ jedhuun qabeenyi Birrii biiliyoonni 25.3 olitti tilmaamamu…
Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Sosochii Ummataa ‘Barnoonni dhalootaaf’ jedhuun qabeenyi Birrii biiliyoonni 25.3 olitti tilmaamamu walitti qabamuu Ministeerri Barnootaa beeksise.…
Oromiyaatti yeroo ammaa barattoota miiliyoona 6.2’f nyaanni itti fufiinsaan dhiyaachaa jira-Pir.…
Finfinnee, Ebla 20, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti yeroo ammaa barattoota miiliyoona 6.2 ta'aniif itti fufiinsaan nyaanni mana barnootatti dhiyaachaafii jiraachuu Pireezidaantiin Naannoo…
Dooktar Abiy Ahimad hirmaattota Teletoonii dijitaalaa galateeffatan
Finfinnee, Ebla 20, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sosochii “Daandii Qulqulluu-Jireenyaa Fayyaa” jedhuun teletoonii dijitaalaa har’a eegalamerratti kanneen hirmaatan…
Mana Barnootaa Bultii Adda WMO’f deeggarsii Birrii miiliyoona 22 olitti tilmaamamu taasifame
Finfinnee, Ebla 20, 2016 (FBC)- Mana Barnootaa Bultii Adda Waldaa Misooma Oromiyaaf deeggarsi maallaqaa fi akaakuu garaagaraa Birrii miiliyoona 22 olitti tilmaamamu taasifameera.
Wal…
Hojiileen misoomaa Magaalaa Dassee rakkoo keessatti hojiilee jajjabeessaa hojjechuun akka danda’amu…
Finfinnee, Ebla 20, 2016 (FBC)- Hojiileen misoomaa Magaalaa Dassee rakkoo keessatti hojiilee bu’aa qabeessaa hojjechuun akka danda’amu kan argisiisu ta’uu Sadarkaa Ministiraa Muummee…
“Daandii Qulqulluu-Jireenya Fayyaa”n miidhagina Magaalaa dabaluun naannawaa faayyaalessa…
Finfinnee, Ebla 20, 2016 (FBC)-"Daandii Qulqulluu-Jireenya Fayyaa"n miidhagina Magaalaa dabaluun naannawaa faayyaalessa kan uumuudha jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde…
Oromiyaatti sanyii filatamaan kuntaala Kuma 500 ol qonnaan bultootaaf raabsamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Ebla 20, 2016 (FBC)-Oromiyaatti sanyii filatamaan kuntaala Kuma 500 ol qonnaan bultootaaf raabsamaa jiraachuu Interpiraayiziin Sanyii Filatamaan Naannichaa ibse.
Oomishtummaa…
Milkaa’inni misooma Qamadiin argame Kuduraa fi Muduraan dabalamuu qaba – Dooktar Girmaa…
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) - Milkaa'inni misooma Qamadiin argame Kuduraa fi Muduraan dabalamuu akka qabu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen ibsan.
Dooktar Girmaan…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 337 miiliyoona 37 baasu to’atame
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) –Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 337 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise.
Hordoffii Ebla 11 - 17, 2016 taasiifameen…
Rakkoolee jiran furuun carraa hojii fooyya’aa uumuuf hojjetaa jirra – Aadde Adaanach…
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) –Harka hojjetu hojiin walitti fidaa,sammuu kalaqu gara gochatti galchaa, rakkoolee jiran furuun carraa hojii fooyya'aa uumuuf hojjetaa jirra jedhan Kantiibaan…