Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalichatti Bunni seeraan ala socho’aa ture kuntaalli 510 to’atame
Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Magaalaa Shaggaritti Bunni seeraan ala konkolaattoota lamaan socho’aa ture kuntaalli 510 to’atameera.
Bunni Sanada Sobaan Konkolaattoota…
Guyyaan qormaanni kutaa 12ffaa bara kanaa itti kennamu ifoome
Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 Adoleessa 3, 2016 eegalee kan kennamu ta’uu Tajaajjilli Qormaatilee fi Madaallii ifoomseera.…
Gamoo Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa misooma Koriidariin kaafame hojiin deebisanii ijaaruu…
Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Gamoon Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa sababa misooma Koriidariin kaafamee ture hojiin deebisanii ijaaruu har’a eegalamuu Kantiibaan magaalaa Finfinnee…
Paartiichi raawwii hojii baatiiwwan saglan darbani gamaaggamuu eegale
Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Paartiin Badhaadhina raawwii hojii baatiiwwaan saglan darbanii gamaaggamuu eegaleera.
Ittaanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhina Obbo Adam Faaraahi…
Hoggansi miira qabsoon rakkoo furuu, diinagdee hoogganuu fi humna waloo qindeessee fayyadamuurratti…
Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Gamaaggamni raawwii hojii Paartii fi Mootummaa kurmaana 3ffaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa ture xumurameera.
Fayyadamummaa hawaasaa dhugoomsuuf…
Itiyoophiyaan dargaggoota ga’oomsuuf hojiilee haaraa miiliyoona 2 uumuuf karoorfatte – Dooktar Abiy…
Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Barnootaa waliinga’uu fi dargaggoota ga’oomsuuf Itiyoophiyaan hojiilee haaraa miiliyoona 2 uumuuf karoorfachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Finfinneetti balaa lolaa mudaten lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Boolee Aanaa 11 bakka addaa ‘Warraa ganu’jedhamutti roobaa cimaa roobuu hordofee balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 4…
Jilli Dooktar Abiyyiin durfamu Yaa’ii 21ffaa Waldaa Misooma Idil addunyaarratti hirmaachuuf Keeniyaa…
Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC - Jilli Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Yaa’ii 21ffaa Waldaa Idil addunyaarratti hirmaachuuf Keeniyaa Naayiroobii galeera.…
Ciminoota argaman itti fufsiisuun hanqinaalee adda bahan bu’uurarraa sirreessuuf…
Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) –Ciminoota bara 2016 keessa argaman itti fufsiisuun hanqinaalee adda bahan bu'uurarraa sirreessuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu Pireezidaantin…
Humnoota waloo qindeessuun fayyadamuurratti fooyya’iinsi mul’ate cimee itti fufuu qaba…
Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Humnoota waloo qindeessuun fayyadamuurratti fooyya'iinsi mul'ate cimee itti fufuu qaba jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…