Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Rakkoolee jiran furuun carraa hojii fooyya’aa uumuuf hojjetaa jirra – Aadde Adaanach…
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) –Harka hojjetu hojiin walitti fidaa,sammuu kalaqu gara gochatti galchaa, rakkoolee jiran furuun carraa hojii fooyya'aa uumuuf hojjetaa jirra jedhan Kantiibaan…
Karoorri meeshaa guddaa waa hunda ittiin jijjiirrudha – Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Hojiilee raawwataman fayyadamummaa ummataan madaalaa deemuun jijjiirama yaadamu milkeessuuf hojjetamuu qaba jedhan Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo…
Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa Magaalaa Finfinneetti kabajame
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Ayyaanni Fiichee Cambalaala magaalaa Finfinneetti qophiilee garagaraan kabajameera.
Hoggantoonni olaanoo Mootummaa Fedeerala fi Naannoo Sidaamaa fi…
Dubartoonni Maree biyyaleessaa keessatti yaada isaanii Ajandaa akka taasiifatan jajjabeessuu qabna…
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) - Dubartoonni Maree biyyaleessaa keessatti yaada isaanii Ajandaa akka taasiifatan jajjabeessuu qabna jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen.…
Hanqinoota jiran guutuun waadaa ummataaf galle hojiiraa oolchuuf ni hojjenna –Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Hanqinoota jiran guutuun waadaa ummataaf galle hojiiraa oolchuuf ni hojjenna jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.…
Bulchiinsi magaalichaa raawwii hojii baatiwwan 9 gamaaggamuu eegale
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii hojii baatiwwan 9 gamaaggamuu eegaleera.
Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee dabalatee…
Mootummaan naannichaa ciminootaa itti fufsiisuu qormaatilee gara carraatti jijjiiruun milkaa’ina…
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa ciminootaa itti fufsiisuu qormaatilee gara carraatti jijjiiruun milkaa’ina jajjaboo galmeessaa jiraachuu…
illi Itti Aanaa Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu Kombochaa gale
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan durfamu Magaalaa Kombochaa galeera.
Jilichi waayita Magaalaa Kombolchaa ga’u…
Gamaaggamni raawwii hojii paartii fi mootummaa naannoo Oromiyaa kurmaana 3ffaa eegalame
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Gamaaggamni raawwii hojii paartii Badhaadhinaa fi mootummaa naannoo Oromiyaa kurmaana 3ffaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti eegalameera.…
Aadde Adaanach Ijaarsa manneen jireenyaa kuma 4 eegalchiisan
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ijaarsa manneen jireenyaa kuma 4 eegalchiisaniiru.
Manneen kunnee tumsa mootummaa fi…