Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qabsoon Sabaaf Sablammootaa biyya hundaaf taatuu fi hunda walqixa keessummeessitu ijaaruudha –…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) – Aadaa, duudhaa fi seenaa Uummattootaatti kabaja horuun eenyummaa dhugaa waloomaaf utubaa ta’e ijaaraa jirra jedhan Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde…
Gumiin Balal Marsaa 47ffaan taa’amaa jira
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC)- Gumiin Balal marsaa 47ffaan mata duree ''waliigaltee diimokiraatawaa tokkummaa sabdaneessaaf'' jedhuun taa'aamaa jira.
Gumiin Balal Marsaan 47ffaan kun…
Itiyoophiyaafi Kuwaataar tumsa damee loltummaan qaban cimsuuf mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018(FMC)- Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Injinar Ayishaa Mahaammad Kuwaataar magaalaa Dohaatti daawwannaa hojii taasisaa jiru.
Injinar Ayishaa Mahaammad…
Naannawaa daangaa Itiyoophiyaafi Keeniyaatti fayyadamummaa uummataa cimsuuf…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018(FMC)- Naannawaa daangaa Itiyoophiyaafi Keeniyaatti fayyadamummaa gama maraa uummataa cimsuuf tumsaan hojjechuun barbaachisaadha jedhame.
Sagantaan xumura…
Faransaay tumsa damee loltummaan Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti- Jeneraal Piyeer…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018(FMC)- Faransaay tumsa damee loltummaan Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti jedhan Ajajaan Waraana Lafarraa biyyattii Jeneraal Piyeer Shiil.
Jilli…
Obbo Adam Faaraah Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaay waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018(FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Itti gaafatamaan Qindeessa Giddugala Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pirezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa…
Inisheetiivoonni qonnaa jiruufi jireenya hawaasaa jijjiiraa jiru- Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018(FMC)- Inisheetiiviin qonnaa jiruufi jireenyi hawaasaa jijjiiraa jiru jedhan Pirezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin.…
Dooktar Geediyoon Xiimootewoos Pirezidaantii bakka bu’aa COP32 ta’uun ramadaman
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootewoos Pirezidaantii bakka bu’aa COP32 ta’uun ramadamaniiru.
Bu’uura hammattoo Konveenshinii…
Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Naannoo Oromiyaatti leenjii fudhachaa turan hojilee misoomaa…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC)- Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Naannoo Oromiyaatti leenjii fudhachaa turan hojilee misoomaa daawwachaa jiru.
Hoggantoonni Naannoo Oromiyaa leenjii…
Itiyoophiyaan giddugala daldalaa fi loojistiksii Afrikaa akka taatuuf hojiin mootummaan hojjetame…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2018(FMC) - Itiyoophiyaan giddugala daldalaa fi loojistiksii Afrikaa akka taatuuf hojiin mootummaan hojjetame bu’aa fidaa jira jedhan Ambaasaaddar Dooktar Jamaal…