Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waltajjii paartileen filmaatawwan imaammataa isaanii uummataaf ittiin dhiyeessan uumuun hojii…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2018(FMC) - Filannoo waliigalaa 7ffaa ilaachisee paartileen siyaasaa filmaatawwan imaammataa isaanii uummataaf akka dhiyeessaniif gama waltajjii uumuutiin hojiiwwan…
Dirqama Miidiyaaleefi Gaazexeessitootaa filannoo waliigalaa 7ffaa gabaasuuf eeyyama argatanii…
Miidiyaaleefi Gaazexeessitootni Filannoo Waliigalaa 7ffaa gabaasuuf eeyyama argatan dirqama akkamii qabu?
👉 Aadaa biyyaafi naannawaa filannoo kabajuu
👉 Baajii boordiin filannoo kenne…
Sagaleen keenya gatii guddaa qaba- Jiraattota magaalichaa
Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Filannoo Waliigalaa 7ffaan carraa waggoottan shanan dhufanii Itiyoophiyaa murteessuuf sagaleen keenya gatii guddaa qaba jedhan jiraattonni magaalaa…
Naannoo Harariitti meeshaaleen filannoo gara buufataalee filannootti raabsamaa jiru
Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Naannoo Harariitti meeshaaleen filannoo gara buufataalee filannootti raabsamaa jiru.
Filannoon Waliigalaa 7ffaan Caamsaa 24, 2018 gaggeeffama.…
Filannoo fi mirgoota lammiilee…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) - Filannoon waliigalaa 7ffaan Caamsaa 24, 2018 gaggeeffama.
Akkaataa Heera Mootummaa Rippaablika Diimokiraatawaa Federaalaawaa Itiyoophiyaa keeyyata…
Uummanni Booranaa sirna diimokiraasiin buluu Ameerikaa dura eegale- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 19, 2018(FMC)- Uummanni Booranaa sirna diimokiraasiin buluu Ameerikaa dura eegale jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Aadaa Booranaa eebbisan
Finfinnee, Caamsaa 19, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Aadaa Booranaa eebbisaniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa…
Poolisii humna namaan gahoomsuufi hojimaataan ammayyeessuuf hojiin bu’aa qabeessi hojjetamaa jira-…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2018 (FMC) – Poolisii humna namaan gahoomsuufi hojimaataan ammayyeessuuf hojiin bu’aa qabeessi hojjetamaa jira jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech…
Pirojektiin bishaanii Galceet Sariitee jireenya jiraattota godinaalee Boorana Bahaafi Booranaa…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2018 (FMC) – Pirojektiin bishaanii Galceet Sariitee jireenya jiraattota godinaalee Boorana Bahaafi Booranaa jijjiiraa jira jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy…
Rakkoo bishaanii godinichaa hiikuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 19, 2018(FMC)- Godina Booranaatti rakkoo bishaanii hiikuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy Ahimad Godina…