Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa dameen Maqalee tajaajila kennuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa dameen Maqalee har'a tajaajila kennuu eegaluu beeksise.
Haaromsa Paaspoortii, Paaspoortii bade bakka buusuu…
Waltajjiin marii Qulqullina Kenniinsa Tajaajila Tuuristii Fooyyessuufi Sadarkeessa Hoteelotaarratti…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Waltajjiin Marii Qulqullina Kenniinsa Tajaajila Tuuristii Fooyyessuufi Sadarkeessa Hoteelota Abbaa Urjii Irratti Hubannoo Uumuu gaggeeffamaa jira.…
BRICS bu’uura tumsa sirna dinagdee fi faayinaansii addunyaa haqa qabeessa ta’eef hojjeta…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) –BRICS bu’uura tumsa dippilomaasii biyyoota hedduu fedhii hawaasa addunyaatiif kan dhaabbatuu fi sirna dinagdee fi faayinaansii addunyaa haqa qabeessa…
Godinaaleen Oromiyaa hunduu golee Nageenyaafi Misoomaati – BKO
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa dinagdee dam-daneessa damdamataa ta'e hojiirra oolchuun fayyadamummaa ummata naannichaa mirkaneessaa jiraachuun Biiroon…
Itiyoophiyaan nageenya Afrikaaf Itti fufiinsaan hojjetti – Dooktar Sammaa Xirunaa
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan nageenya Afrikaaf Itti fufiinsaan hojjechaa jiraachuu Itti Gaafatamaan Damee Ijaarsa Dandeettii fi Siyaasaa Paartii Badhaadhinaa…
Kantiibaa Adaanech bakka buutota dhaabbilee Siiviilii hawaasaa magaalaa Finfinnee waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen bakka buutota dhaabbilee Siiviilii hawaasaa magaalichatti argaman waliin mari’ataniiru.
Mata…
Odeeffannoo sobaa babal’ataa jiru qolachuuf haalaa fi amala miidiyaa jabanaa sirnaan beekuun…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) -Odeeffannoo sobaa babal'ataa jiru qolachuuf haalaa fi amala miidiyaa jabanaa sirnaan beekuun barbaachisa ta’uu Itti Gaafatamaan Sab-Qunnamtii fi…
Hojiileen Misooma Koriidarii Magaalaa Bahir Daar ifoome
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) –Naannoo Amaaraa magaalaa Bahir Daaritti Hojiileen Misooma Koriidarii ifoomeera.
Pirojektichi kiloomeetira 22 kan uwwisu ta’uun ibsameera.…
Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaarratti qooda miidiyaaleen qaban ilaalchisee mariin gaggeeffamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaarratti qooda miidiyaaleen qaban ilaalchisee Magaalaa Finfinneetti mariin gaggeeffamaa jira.
Daayrektera Olaanaa…
Jilli Obbo Eeliyaas Ummataan durfamu hojiilee misoomaa Aanaa Daallee Waabaraa daawwate
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) –Jilli Afyaa’ii Itti Aanaa Caffee Oromiyaa Obbo Eeliyaas Ummataan durfamu Godina Qellam Wallaggaa Aanaa Daallee Waabaraatti Inisheetiviwwan misoomaa…