Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbilee faalama naannawaa geessisan kuma 1 fi 720’rratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC)- Dhaabbilee faalama naannawaa geessisan kuma 1 fi 720’rratti tarkaanfiin fudhatamuu Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannawaa Magaalaa Finfinnee beeksise.
Hojii…
Chaayinaan hojiilee Koomishiniin Haaromsa Biyyaalessaa hojjetu akka deeggartu ibsite
Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC)- Chaayinaan hojiilee Koomiishiniin Haaromsa Biyyaalessaa hojjetu deeggaruuf qophii ta’uu ibsite.
Koomishinarri Koomishinii Haaromsa Biyyaalessaa Tamasgeen…
Naannoon Giddugaleessa Itiyoophiyaa sirreeffamtoota seeraa 658’f dhiifama taasise
Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Naannoon Giddugaleessa Itiyoophiyaa sirreeffamtoota seeraa 658'f dhiifama taasisuu Pireezidaantiin Naannichaa Indaashaawu Xaasawu beeksisan.…
Magaalaa fi naannawaa keenya qulqulluu taasisuuf wal haa tumsinu-MM Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Magaalaa fi naannawaa keenya qulqulluu taasisuuf wal haa tumsinu jechuun Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhaaman.
Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Jilli Naayijeeriyaa Itiyoophiyaatti misooma qamadiin muuxannoo qooddate
Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Gareen jila Naayijeeriyaa Itiyoophiyaatti damee misooma qamadiin muuxannoo qooddateera.
Jilichi muuxannoo qooddatetti dabalataan Godina Shawaa Bahaa…
Itiyoophiyaan hojiirra oolmaa Naannawaa Daldala Bilisaa Afrikaaf gahee adda duree bahachaa…
Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Ityoophiyaan hojii irra oolmaa Naannawaa Daldala Bilisaa Afrikaa keessatti gahee adda duree bahachaa jirti jedhan Ministir Deetaan Ministeera Daldalaa fi…
Wabii nyaataa lammilee mirkaneessuuf deeggarsi qaamolee tumsitootaa murteessaadha jedhame
Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amnateen Mootummaa Jaappaan waliin walta’iinsaan haalota hojjechuun danda’amurratti Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara…
Koorporeeshinichi Dhaabbata Jarman waliin waliigaltee Yuuroo miiliyoona 1.2 mallattesse
Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)-Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Biiroo Walta’iinsa Dhaabbata Jarman (IFE) waliin waliigaltee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 1.2 mallatteesseera.…
Duulli Misooma Sululaa Oromiyaatti gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Duulli Misooma Sululaa baranaa Naannoo Oromiyaatti gaggeeffamaa ture xumurameera.
Sagantaan cufiinsi Hojii Eegumsa biyyeefi bishaanii bara 2016 Godina…
Manni Maree Ministirootaa walga’ii gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee 30ffaa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Manni marichaa wixinee labsii…