Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyooophiyaan rakkooleen Giddugala Bahaa akka furaman Dhaabbilee Idil Addunyaa waliin walta’iinsaan…
Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan rakkooleen naannawaa Giddugala Bahaa akka furaman Itiyoophiyaan dhaabbilee idil addunyaa waliin walta’iinsaan kan hojjettu ta’uu Ministeerri…
Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan ijaarsa indaastirii oomisha konkolaattootaaf dhagaa bu’uuraa…
Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan ijaarsa Indaastirii oomisha konkolaattootaaf dhagaa bu’uura…
Imaammanni Ce’umsa Haqaa Itiyoophiyaatti nageenya waaraa milkeessuuf furmata waliin kan qophaa’ee…
Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)- Imaammanni Ce’umsa Haqaa Itiyoophiyaatti rakkoolee waggoottaniif turan, nageenyaa fi tasgabbii waaraa milkeessuuf furmaata waliin kan qophaa’e ta’u Afyaa’iin…
Finfinneetti sosochiin Ittisa Faalama naannawaa eegale
Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sosochiin Ittisa Faalama naannawaa Baatiiwwan ja'aaf turu eegaleera.
Sosochichi mata duree "Faalamni haa ga’u; Miidhaginni haa…
F/M Birhaanuu Juulaan Boqochuu Ajajaa Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Keeniyaan gaddaa isaanitti…
Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan boqochuu Ajajaa Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Keeniyaa Jeneraal…
Gaaffii haqaa hiikuuf riifoormiin sirna haqaa jalqabame cimee itti fufa-Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan
Finfinnee, Ebla 11, 2016 (FBC)- Gaaffii haqaa uummanni kaasu bu’uurarraa hiikuuf riifoormiin sirna haqaa jalqabame cimee kan itti fufuu ta’uu Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa…
Rakkoo sanada imalaa fi paaspoortii Itiyoophiyaanota Jiddaa jiraatanii hambisuuf mari’atame
Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC)- Rakkoo sanada imalaa fi paaspoortii lammiilee Itiyoophiyaa Jiddaa fi naannawaa ishee jiraatanii hambisuuf hoggantoota hawaasa naannawichaa waliin mariin…
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Balallii torbeen gara Kiigaalitti taasiisu18tti ol guddisuufi
Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Balallii torbeen gara Ruwaandaa Magaalaa Kiigaalitti taasiisu18tti ol guddisuuf ta’uu beeksise.
Dhaabbatichi yeroo…
Oomishni Shiboo qaama ijoo hojii Elektirikaa Raabsuu waan ta’eef damichaaf tumsa gochuutu…
Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC) – Oomishni Shiboo qaama ijoo hojii Elektirikaa Raabsuu waan ta’eef damichaaf tumsa gochuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Haleellaa Saayibarii ittisuuf biyyoonni miseensa ‘BRICS’ walta’iinsaa fi qindoominaan hojjechuu qabu…
Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC)- Guddina teeknooloojii hordofee haleellaa saayibarii dabalaa dhufe ittisuuf biyyoonni miseensa ‘BRICS’ walta’iinsaa fi qindoominaan hojjechuu akka qaban…