Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsi magaalichaafi Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2018(FMC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee fi Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde…
Karoorri dhaloota qaruu fi biyya ijaaruu akka milkaa’uuf tumsi akka taasifamu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Fulbaana 27, 2018 (FMC)- Damee barnootaan karoorri dhaloota qaruu fi biyya ijaaruuf qabame akka milkaa’uuf qaamoleen garagaraa tumsa akka taasisan waamichi dhiyaate.
Jilli…
Dooktar Abiy Ahimad Miidiyaa “Pulse Of Africa” hojii eegalchiisan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Miidiyaa “Pulse of Africa” hojii eegalchiisaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad hojii eegalchiisuu miidiyaa kanaa…
Sirni to’annoo odeeffannoo konistiraakshinii ifoome
Finfinnee, Fulbaana 27, 2018(FMC)- Sirni to’annoo odeeffannoo konistiraakshinii iftoominaafi itti gaafatamummaa mirkaneessuuf gargaaru ifoomeera.
Sirnichi inisheetiivii ce’umsa…
Manni Maree Federeeshinii yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 27, 2018(FMC)- Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 5ffaa gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaa ajandaalee guyyaa har’aaf qabaman raggaasisuun…
Ajaja Kibbaatti hundeeffamni waggaa 30ffaa Kutaa Waraanaa 21ffaa Gunaa kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 27, 2018(FMC)- Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajaja Kibbaatti hundeeffamni waggaa 30ffaa Kutaa Waraanaa 21ffaa Gunaa magaalaa Baatuutti kabajamaa jira.
Sagantaa kabaja…
Bahiirdaar tattaaffii cimaa hoggansaa fi jiraattoota isheen naatoo addaa goonfachaa jirti – Obbo…
Finfinnee, Fulbaana, 26, 2018 (FMC) -Magaalaan Bahiirdaar tattaaffii cimaa hoggansaa fi jiraattoota isheen naatoo addaa goonfachaa jirti jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen…
Bu’aaleen jijjiiramaan galmaa’an boqonnaa olka’iinsaa Itiyoophiyaa haaraa kan labsaniidha –…
Finfinnee, Fulbaana, 26, 2018 (FMC) - Waggoottan jijjiiramaa darban, bu’aaleen galmaa’an ga’umsa siyaasaa, diinagdee fi tarsiimoo quubsumaa fooyyessuun, olka’iinsaa Itiyoophiyaa haaraa kan…
Mootummaan dhaabbilee biyyaalessaa fi uummataa walaba fi loogii irraa bilisa ta’an ijaaraa jira…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2018(FMC) - Mootummaan dhaabbilee uummataa fi biyyaalessaa loogii irraa bilisa ta’anii fi jijjiirama sirnaan hindiigamne ijaaraa jira jedhan Pireezidaanti Taayyee…
Mootummaan bu’uuraalee misooma hawaasummaa fooyyessuuf cimee hojjeta – pirezidaanti Taayyee…
Finfinnee, Fulbaan 26, 2018(FMC) - Bara 2018tti mootummaan bu’uuraalee misooma hawaasummaa fooyyeesuuf cimee hojjeta jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsqasillaasee.
Pireezidaanti…