Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pirojektiin bishaanii Galceet Sariitee jireenya jiraattota godinaalee Boorana Bahaafi Booranaa…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2018 (FMC) – Pirojektiin bishaanii Galceet Sariitee jireenya jiraattota godinaalee Boorana Bahaafi Booranaa jijjiiraa jira jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy…
Rakkoo bishaanii godinichaa hiikuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 19, 2018(FMC)- Godina Booranaatti rakkoo bishaanii hiikuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy Ahimad Godina…
Aanaa Goomoleetti ijarsi pirojektoota hidhawwan jallisii xumuramuun boqonnaa bu’uuraalee misoomaa…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2018(FMC)- Godina Booranaa Aanaa Goomoleetti ijarsi pirojektoota hidhawwan jallisii xumuramuun boqonnaa guddaa bu’uuraalee misoomaa bishaanii mirkaneessuu agarsiisa…
Uummanni Booranaa gargaaramtummaarraa baheera- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 19, 2018(FMC)- Waggoottaniif hongeef saaxilamaa kan ture Uummanni Booranaa gargaaramtummaarraa baheera jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri…
Mootummaan jijjiiramaa carraa misoomaa hundaaf kenne- Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Caamsaa 19, 2018( FMC)- Mootummaan jijjiiramaa carraa misoomaa hundaaf kenne jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.
Obbo Shimallis…
Mootummaan Boorana jijjiiruuf halkaniifi guyyaa hojjeta- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 19, 2018( FMC)- Mootummaan Boorana jijjiiruuf halkaniifi guyyaa hojjeta jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Ce’umsi qonnaa Godina Booranaa Bahaatti raawwatamaa jiru, imala Itiyoophiyaan midhaan nyaataan…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2018 (FMC) – Ce'umsi qonnaa Godina Booranaa Bahaatti raawwatamaa jiru, imala Itiyoophiyaan midhaan nyaataan of danda'uuf taasiftuuf ragaadha jedhan Ministirri Muummee…
Dooktar Abiy Ahimad buufataa xiyyaaraa Gadaa Nagallee Booranaa eebbisan
Finfinnee, Caamsaa 19, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa buufataa xiyyaaraa Gadaa Nagallee Booranaa eebbisaniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Obbo Adam Faaraah Ayyaana Iid Al-Adahaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Caamsaa 19, 2018 (FMC) – Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan Qindeessa Giddugala Ijaarsa Sirna Diimokiraasiifi Pireezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo…
Ayyaanni Iid Al-Adahaa( Arafaa) kabajamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 19, 2018 (FMC) – Ayyaanni Iid Al-Adahaa( Arafaa) kumni 1 fi 447ffaan kabajamaa jira.
Ayyaanichi guutuu biyyattiitti sirnoota amantichaa garaagaraan kabajamaa jira.…