Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan dhaabbilee biyyaalessaa fi uummataa walaba fi loogii irraa bilisa ta’an ijaaraa jira…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2018(FMC) - Mootummaan dhaabbilee uummataa fi biyyaalessaa loogii irraa bilisa ta’anii fi jijjiirama sirnaan hindiigamne ijaaraa jira jedhan Pireezidaanti Taayyee…
Mootummaan bu’uuraalee misooma hawaasummaa fooyyessuuf cimee hojjeta – pirezidaanti Taayyee…
Finfinnee, Fulbaan 26, 2018(FMC) - Bara 2018tti mootummaan bu’uuraalee misooma hawaasummaa fooyyeesuuf cimee hojjeta jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsqasillaasee.
Pireezidaanti…
Itiyoophiyaan boqonnaa seenaa ijoorratti argamti-Taayyee Atsiqasillaasee – Pireezidaanti…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan boqonnaa seenaa ijoorratti argamti jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen.
Sirni baniinsa bara hojii 6ffaa Mana Maree Bakka…
Mirgi ulaa galaanaa argachuu sadarkaa olaanaatti ceheera – Pireezidaanti Taayyee…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FMC) – Mirgi ulaa galaanaa argachuu Itiyoophiyaa sadarkaa olaanaatti ceheera jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Astiqasillaaseen.
Sirni baniinsa bara hojii…
Mootummaan Diinagdee biyyattii dhiibbaa idaa jalaa baasuun guddina diinagdee waareessuurratti argama…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FMC) – Mootummaan Itiyoophiyaa Diinagdee biyyattii dhiibbaa idaa jalaa baasuun guddina diinagdee waareessuurratti argama jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee…
Pirojeektonni guguddoon eegalaman olkaa’iinsa dinagdeef bu’uura kaa’u – Obbo Malaakuu Allebal
Finfinnee, Fulbaana 26,2018 (FMC) - Pirojeektonni Waarshaa xaa’oo biyyee fi waarshaa misooma albuudaa olka’iinsa dinagdeef bu’ura kan kaa’anii dha jedhan Ministirri Indaastirii Malaakuu…
Irreechi waltajjii waggaa waggaan waadaa Oromummaa keenya itti haaromsannuudha – Abbaa Gadaa…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FMC) - Irreechi waltajjii guddaa waggaa waggaan waadaa Oromummaa keenya itti haaromsuun tokkummaa keenya itti itichinuudha jedhan Abbaan Gadaa Saglan Iluu…
Poolisiin naannoo Amaaraa nagaa lammiilee eeguuf aarsaa hedduu kaffaleera – obbo Tamasgeen…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FMC) - Poolisiin naannoo Amaaraa nagaa lammiilee naannichaa eeguuf aarsaa guddaa kaffaleera jedhan Mnistirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa. …
Sirni baniinsa bara hojii Manneen Maree lamaanii boru geggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FMC) - Sirni baniinsa bara hojii 6ffaa Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa fi bara hojii 5ffaa Mana Maree Federeeshinii boru geggeeffama.
Yeroon hojii Mana…
Qaamooleen ayyaanni Irreechaa milkaa’inaan akka xumuramuuf ga’ee keessan baatan galata…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FMC) - Irreechi Hora Finfinnee fi Harsadee miidhagina ol aanaa fi karaa tasgabbii qabuun akka kabajamuuf qaamooleen gahee keessan baatan hundi galatoomaa jedhan…