Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministirri Muummee itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa ergaa baga ayyaana Iid Al-Adhaa geessanii…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa ayyaana Arafaa waggaa 1447ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ibiraahiim…
Filannoon Hundee Sirni Mootummaa Keenya Ittiin Cimuudha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 18, 2018 (FMC) – Ministirri Muummeen Dooktar Abiy Ahimad filannoon walii-galaa baranaa hundee sirni mootummaa keenya itti cimu fi itti jabaatudha jedhan.
Dooktar Abiy…
Ayyaana Iid Al-Adahaa(Arafaa) sababeeffachuun madfiin si’a 9 dhukaafama
Finfinnee, Caamsaa 18, 2018 (FMC) – Ayyaana Iid Al-Adahaa(Arafaa) Kuma 1 fi 447ffaa guyyaa boruu kabajamu sababeeffachuun madfiin si’a 9 ni dhukaafama.
Ministeerri Raayyaa Ittisaa Faanaa…
Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Iid Al-Adahaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Caamsaa 18, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Iid Al-Adahaa kuma 1 fi 447ffaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Waa’ee…
Manni Maree Ministirootaa murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Caamsaa 18, 2018(FMC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 55ffaa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Haaluma kanaan:-
1.Manni…
Mootummaan madda komii uummataa furuun hariiroo mootummaa fi uummataa cimsaa jira- Obbo Hayiluu…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2018(FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa, pirojektoota qulqullina, ariitii fi baay'inaan hojjechuun madda komii uummataa furuun hariiroo mootummaa fi uummataa cimsaa…
Mootummaan pirojektoota fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Obbo…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2018(FMC)- Mootummaan pirojektoota fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan xiyyeeffannoon hojjechaa jira jedhan Pireezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Badhaadhinni aangoo mootummaa qabadheera jedhee karaa biraa aangoo isaa itti fufsiisuuf hin hojjetu-…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2018 (FMC) – Badhaadhinni aangoo mootummaa qabadheera jedhee karaa biraa aangoo isaa itti fufsiisuuf hin hojjetu jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinneefi miseensi koree…
Sosochii ummataa boru Addabaabayii Masqalaatti taasifamu hordofee daandiwwan cufaman ifooman
Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC) - Qajeelchi waliigalaa Poolisii magaalaa Finfinnee s)osochii ummataa boru Addabaabayii Masqalaatti taasifamu hordofee daandiwwan cufaman ifoomseera.…
Itiyoophiyaan torban har’aa cidha guddaa qabdi!
Cidha jabaan carraa biyyaalessaa murteessuuf daabaltoota waliin qopha’aa jirti.
Itiyoophiyaan Filannoo Waliigalaa 7ffaa keessumeessuuf guyyoota murteessaa keessa jirti.
Sagalee kennuuf…