Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Obbo Abduulhakiim Muluun durfamuu Asallaatti hojii qonnaa Magaalaa daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantitti Qindeessaa Kilaastara Hawaasummaa Obbo Abduulhakiim Muluun durfamuu Bulchinsa Magaalaa Asallaatti hojiilee…
Abbootiin qabeenyaa Saa’ud Arabiyaa hirmanaa Invastimnati fi Daldalaa Itiyoophiyaatti taasisan akka…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Walitti Qabaa Mana Maree Daldalaa Saa’ud Arabiyaa Hasan Mujiib Al Hiwaayizii…
Dooktar Abiy naannawaa Awaareetti Ijaarsa Manneen Harka Qalleeyyii eegalchiisan
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachew naannawaa Awaareetti Ijaarsa Manneen Harka Qalleeyyii…
Dubartoonni miseensa Mana marichaa fi Caffee Oromiyaa waamicha nageenya dhiyeessan
Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) – Dubartoonni miseensa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Caffee Oromiyaa qaamolee hidhannoon socho’aniif waamicha nageenya dhiyeessaniiru.
Rakkoo…
Obbo Ashaadiliin Paartilee siyaasaa naannicha keessa socho’an waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Beenishaanguul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasan Paartilee morkattootaa naannicha keessa socho’an waliin mari’ataniiru.…
Lammiileen kumni 1 fi 199 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessa turan kumni 1 fi 199 har’a balalliiwwan sadiin gara deebi’aniiru.
Ebla 4, 2016…
Nageenya qe’ee keenyaa tikfachuun nageenya Oromiyaaf murteessaadha – Obbo Abdurahmaan…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) –Mariin dhimma nageenyaa fi misoomaarratti xiyyeeffate Godina Booranaatti gaggeeffameera.
Maricharratti sadarkaa Itti Aanaa…
Oromiyaatti hanga ammaatti xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 5.8 dhiyaachuun qonnaan bulaaf raabsamaa…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti bara oomishaa kana xaa’oo kuntaala miiliyoona 8.8 dhiyeessuuf karoorfame keessaa hanga ammaatti kuntaalli miiliyoonni 5.8…
Itiyoophiyaan Ijaarsa Diinagdee Dijitaalaaf xiyyeeffannoo kennitee hojjechaa jirti – Obbo…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Ijaarsa Diinagdee Dijitaalaaf xiyyeeffannoo kennitee hojjechaa jiraachuu Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan…
Jilli Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Magaalaa Dambii Dollootti dhimmoota misoomaafi nageenyaarratti…
Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Godina Qellem Wallaggaa Magaalaa Dambii Dollootti…