Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Komishiniin Maree Biyyaalessaa Misiyoonoota waliin mari’ate
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa hojii gaggeessaa jirurratti Misiyoonoota FDRI waliin mari’ateera.
Komishinarooni komishinichaa, Hoggantoonni…
Obbo Dastaa Leeddaamoon Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappan waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappan Shiibataa Hiroonoriin…
Konkolaattoota Humna Elektirikaan hojjetan gara tajaajilaatti galchuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Sirna Geejjibaa baasii xiqqaa uumuuf Konkolaattoota Humna Elektirikaan hojjetan gara tajaajilaatti galchuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera…
Masjiida seena qabeessa Al Najjaashiif suphaa sadarkaa isaa eeggate taasiisuuf qophiin xumurame…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Masjiida seena qabeessa Al Najjaashiif suphaa sadarkaa isaa eeggate taasiisuuf qophiin xumuramuu Ministeerri Turizimii beeksiseera.…
Biyya Ilaalcha gargaaramuu fi kadhaa jalaa baasuun dhimma yeroon kennamuufi miti – Obbo Adam…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Biyya ilaalcha gargaaramuu fi kadhaa jalaa baasuun dhimma yeroon kennamuufi miti jedhan Pireezidaantii Ittaanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo…
Obbo Tamasgeen Xirunaan raawwii karoora sirna nyaataa ilaalchisee qooda fudhattoota waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan raawwii karoora sirna nyaataa ilaalchisee qooda fudhattoota waliin mari’ataniiru.…
Yakkamaan Barattuu Daraartuu Lammeessaa ajjeese adabbii cimaa waggaa 18 adabame
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Yakkamaan Barattuu Yuunivarsiitii Asoosaa kan turte Daraartuu Lammeessaa Cuubeen waraanee ajjeese adabbii cimaa waggaa 18 adabameera.…
Ministeerichi sosochii Itiyoophiyaa Qulqulluuf Birrii Miiliyoona 14 walitti qabuu ibse
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa Sosochii Itiyoophiyaa Qulquluu mata duree “Daandii qulqulluu Jireenyaa Fayyaa “jedhuun Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Dooktar Abiy Duraa Taa’aa dhaabbata ijaarsa Chaayinaa ‘CCCC’ waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Duraa Taa’aa Dhaabbata Ijaarsaa fi Koominikeeshinii Chaayinaa 'CCCC' kan ta'an Waang Toonigizuun…
Jilli Obbo Abduulhakiim Muluun durfamuu Asallaatti hojii qonnaa Magaalaa daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantitti Qindeessaa Kilaastara Hawaasummaa Obbo Abduulhakiim Muluun durfamuu Bulchinsa Magaalaa Asallaatti hojiilee…