Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee ijaarsa manneen jireenyaa eegalchiise
Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee ijaarsa manneen jireenyaa guyyoota 90 keessatti xumuraman eegalchiiseera.
Manneen kunneen kaafamtoota misoomaa, harka…
Adaabbaatti balaa tiraafikaa lubbuun namoota 7 darbe
Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)- Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 7 yoo darbe.
Akkasumaas balichaan namoota afur irra miidhaan cimaan…
Mootummaan naannoo Oromiyaa, duub-deebii kenname akka galteetti fudhatee hojiitti kan hiiku ta’a…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Gareen Suupparvizhinii Federaalaa,Ministira Ministeera Raayyaa Ittisa Dooktar.Abrahaam Balaayin duurfamu suupparvizhinii Naannichatti taasiisaa turee…
Inisheetiviin Misooma Muuzii Milkaa’aa jira-BQO
Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) –Inisheetiviin misooma Muuziin hojjetama jiraachuu Milkaa’aa jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise.
Jilli Hoggaanna Ittaanaa Biiroo Qonnaa…
Piroojektiin Bishaan Roobaa Kuusuun lammiilee miiliyoona 4.8 fayyadamoo taasiisu gara hojiitti gale
Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Piroojektiin Bishaan Roobaa Kuusuun lammiilee miiliyoona 4.8 fayyadamoo taasiisu gara hojiitti galuu Ministeerri Bishaanii fi Inarjii…
Pireezidaantiin duraanii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Injinar Gizaw Taklamaariyaam…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin duraanii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Injinar Gizaw Taklamaariyaam addunyaa kanarraa du’aan boqotaniiru.…
Kaayyoon keenya jalqabaa Finfinnee jiraattoota isheef mijattuu taasiisuuf Waadaa galle milkeessudha…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Kaayyoon keenya jalqabaa Finfinnee jiraattoota isheef mijattuu taasiisuuf waadaa galle milkeessudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa maqaa namootaa kuma 5 fi 166 karaa seeraan alaa maallaqa baankichaa…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Rakkoo Siistamaa Baankicha Bitootessa 6, 20216 muudate fayyadamuun kanneen Maallaqa isaaniif hin malle fudhatanii hanga ammaatti hin deebifneef…
Mootummaan Keeniyaa manneen shubbisaa fi ragadaa halkanii kuma 18 ol irratti tarkaanfii fudhate
Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Mootummaan Keeniyaa manneen shubbisaa fi ragadaa halkanii kuma 18 ol irratti tarkaanfii fudhachuu beeksise.
Warshaaleen Alkooliis akka cufaman…
Asiidummaa biyyoo Nooraa fi wantoota biroon hir’isuun oomishaa oomishtummaa dabaluuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Asiidummaa biyyoo Nooraa fi wantoota biroon yaaluun oomishaa oomishtummaa dabaluuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksiise.
Mariin…