Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Taphataan garee biyyaalessa Itiyoophiyaa Alleelinyi Azzanaan boqote
Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Taphataan sarara gidduu Garee Kubbaa Miilaaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Alleelinyi Azzanaan du’aan addunyaa kanarraa boqoteera.
Alleelinyi Azzanaan…
Maamiltoonni tajaajila moobaayilaa miiliyoona 85 qaqqabe
Finfinnee, Bitootessa 17, 2016(FBC)- Itiyoophiyaatti lakkoofsi maamiltoota tajaajilaa teelekomii mootummaa fi dhuunfaa miiliyoona 85 qaqqabuu Hoji Raawwachiistuu Olaantuun Itiyoo Teelekom…
Waggoottan ittaanaan tajaajilli faayinaansii jijjiirama fooyya’aa akka fidu akeekame
Finfinnee, Bitootessa 17, 2016 (FBC)- Waggoottan ittaanaan kenniinsi tajaajila faayinaansii fi hirmaachisummaan damichaa jijjiiramaa fooyya’aa akka fidu Bulchaan Baankiin Biyyaalessaa…
Sagantaa Afxiraa Addabaabaayiif Daandileen Konkolaattotaaf cufaa ta’an ifooman
Finfinnee, Bitootessa 17, 2016 (FBC)- Boru Sagantaa Afxiraa guddicha Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffamuuf daandilee cufa ta’an ifoomaniiru.
Humni Waloo Tikaa fi Nageenya Biyyaalessaa…
Injiinar Habtaamuu Ittafaan Itiyoophiyaa fi Gamtaa Afrikaatti Ambaasaaddara Jarman waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 17, 2016(FBC)- Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Injiinar Habtaamuu Ittafaan Itiyoophiyaa fi Gamtaa Afrikaatti Ambaasaaddara Jarman Isteefan Awar waliin…
Hoggantoonni Olaanoo Mootummaa Hojiilee Misoomaa Magalaa Finfinnee daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 17, 2016 (FBC)- Hoggantoonni Olaanoo Mootummaaa fedeeralaa fi naannoolee hojiilee misoomaa kooriidarii Magaalaa Finfinnee daawwataniiru.
Daawwannicharratti,…
Leeseetoon damee qonnaan Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf fedhii qabaachuu ibsite
Finfinnee, Bitootessa 17, 2016(FBC)- Mootummaan Lesseettoo damee qonnaan Itiyoophiyaa waliin hojjechuuf fedhii qabaachuu Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Biyyaatti Nichiyuwaa Sekeeteen ibsan.…
Imalli Ce’umsa Dijitaalaa erga eegalamee akka biyyaatti tarkaanfiiwwan murteessoo…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2016 (FBC)- Imalli Ce’umsa Dijitaalaa erga eegalamee akka biyyaatti tarkaanfiiwwan murteessoo tarkaanfanneerra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oromiyaa bakkoota garagaraatti koonfiraansiin Paartii Badhaadhinaa gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 17, 2016(FBC)- Naannoo Oromiyaa Godinaalee fi Magaalotaa garaagaraatti konfiransiin Paartii Badhaadhinaa mata duree “Waadaa gochaan Badhaadhina…
Oromiyaatti waggoottan darbanitti hojiileen hojjetaman jiruuf jireenya Ummata fooyyessaa jiru-BKO
Finfinnee, Bitootessa 17, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti waggoottan darbanitti hojiilee damee diinagdee fi hawaasummaan hojjetamaniin jiruuf jireenyi ummataa fooyya’aa jiraachuu Hogganaan…