Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Giddugalichi Koomandoowwan leenjisa ture eebbisisaa jira
Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Giddu galii Leenjii Ajaja Koomandoo fi Humna qilleensaa Komaandoowwan Leenjisa ture yeroo 42ffaan eebbisisaa jiraachuun ibsame.…
Itiyoophiyaa fi Azaarbaajaan misooma manneenirratti tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Koorporeeshiniin Manneen Federaalaa fi Ejansiin Misooma Manneenii Azaarbaajaan misooma manneenirratti tumsaan hojjechuuf dhimmoota dandeessisanirratti…
Ololli mootummaan Ijipti qalbii lammiilee hawwachuuf taasisu olola yeroo hin madaalledha –…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Ololli mootummaan Ijipti qalbii lammiilee hawwachuuf taasisu olola yeroo hin madaallee fi fudhatama kan hin qabne ta'uu Miseensi Mana Maree…
ObboTamasgeen Xirunaan Ministira Muummee Azaarbaajaan waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan Ministira Muummee Azaarbaajaan Alii Asaadoov waliin mari'ataniiru.
Itiyoophiyaa fi…
Yaadni Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa calaqqeessisan sobaa fi fudhatama kan hin qabneedha…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Yaadni Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa calaqqeessisan sobaa fi fudhatama kan hin qabne ta'uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Itiyoophiyaatti…
Mootummaan naannichaa Humnoota Waloo fayyadamuu irratti imala milkaa’inaa irra jiraachuu argineerra…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa Humnoota Waloo (Mana Murtii Aadaa, Buusaa Gonofaa, Tajaajila Lammummaafi Gaachana Sirnaa) fayyadamuu irratti imala milkaa’inaa…
Afrikaan Yaada sammuu namtolcheerratti xiyyeeffannaa malu akka kennitu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Afrikaan Sagalee ishee sirriin akka dhageessiffattu, biyyoonni Ardichaa Yaada sammuu namtolcheerratti xiyyeeffannaa malu akka kennan waamichi dhiyaateera.…
Aadde Adaanech Abeebeen Jila Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Jila Baankii Misooma Afrikaa waliin mari’ataniiru.
Aadde Adaanech, haala…
Itiyoophiyaa fi Turki hariiroo daldalaa caalmatti cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Gabramasqal Caalaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Turkii Barak Baaraan waliin…
Obbo Tamasgeen Xirunaan Ministira Diinagdee Azaarbaajaan waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Daawwannaa hojiif Azaarbaajaan kan jiran Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan Ministira Diinagdee biyyaattii Mikaayiil…