Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaa fi ‘KOICA’n waliigaltee Doolaara miiliyoona 16 mallatteessan
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016(FBC)- Itiyoophiyaa fi Ejensiin Walta’iinsaa Idil Addunyaa (KOICA) waliigaltee Doolaara miiliyoona 16 mallatteessaniiru.
Waliigaltichis alergee oomishaalee…
Oromiyaatti lafa heektara miiliyoona 2.6’rratti daagaan kiiloo meetira miiliyoonni 1.2 ol…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016(FBC)- Naannoo Oromiyaatti hanga ammatti lafa hektaara miiliyoona 2.6’rratti daagaan adda addaa kiiloo meetirri miiliyoona 1.2 ol hojjetamuu Biiroon Qonnaa…
Guyyoottan 11’n dhufan haalli qilleensaa roobaaf gumaachu akka jiraatu eerame
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016(FBC)- Guyyoottan 11’n dhufan haalli qilleensaa roobaaf gumaachu guyyaarraa gara guyyatti cimaa akka adeemu Inistitiyuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Oromiyaatti pirojektoonni madda humna elektirikii lama Birri Biiliyoona 10’n ijaaramaa…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016(FBC)- Naannoo Oromiyaatti pirojektoonni madda humna elektirikaa lama Birrii biiliyoona 10’n ijaaramaa jiraachuu Humni Elektirikii Itiyoophiyaa beeksise.…
Pireezidaanti Saalvaa Kiir badhaasaa Nishaanii olaanaa biyyattii Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa fi Ajajaa Olaanaan Humna Waraanaa Waliigalaa biyyattii Saalvaa Kiir Maayaardiit Badhaasaa Nishaanii olaanaa…
Namoonni maallaqa kan isaanii hintaane fudhatan yookaan daddabarsan hanga Sanbata dhufuutti akka…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016(FBC)- Namoonni maallaqa kan isaanii hintaane fudhatan yookaan daddabarsan hanga Sanbata dhufuutti fedhii isaaniin akka deebisan Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa…
MM Dooktar Abiy Ahimad godaantota waliin sagantaa Afxiraa gaggeessan
Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godaantota biyyoota garaagaraa waliin sagantaa Afxiraa gaggeessaniiru.
#Oromia #Ethiopia…
Gamtichi barattoota yuunivarsiitii muraasaan gochaa Baankii Daldalaa Itiyoophiyaarratti raawwatame…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)- Gamtaan Barattootaa Dhaabbilee Barnoota Olaanoo Itiyoophiyaa barattoota yuunivarsiitii muraasaan gocha hinmalle Baankii Daldalaa Itiyoophiyaarratti…
Jilli Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan durfamu daawwannaa hojiif Juubaa gale
Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)- Jilli Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan durfamu daawwannaa hojiif Sudaan Kibbaa Juubaa galeera.…
Rakkolee dubartootarratti mul’atan furuuf ka’umsaa isa adda baasuun hojjechuu qabna- Pir.…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2016 (FBC)- Rakkolee dubartootarratti mul’atan furuuf ka’umsaa isa adda baasuun hojjechuu qabna jechuun Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen dubbatan.…