Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bu’aan gama Dippilomaasiin galmaa’e hirmaannaa Itiyoophiyaa waltajjii addunyaa irratti…
Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) - Waggoota jijjiiramaa as bu'aaleen gama dippilomaasiin galmaa'an hirmaannaa Itiyoophiyaan waltajjii addunyaa irratti qabdu guddisuun boqonnaa haaraa…
Hojiin rakkoo mana jireenyaa waaraan furuu cimee itti fufa- Kantiibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) – Hojiin rakkoo mana jireenyaa waaraan furuu cimee itti fufa jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.
Aadde Adaanech Abeebeen…
Hojiileen misoomaa magaalaa Naqamteetti hojjetamaa jiran guddina magaalichaa saffisiisaa jiru-…
Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) – Hojiileen misoomaa mootummaan magaalaa Naqamteetti hojjechaa jiru guddina magaalichaa saffisiisaa jiru jedhan jiraattonni.
Tibba darbe Ministirri…
Finfinneetti shakkamtoonni ragaa mirkaneessa qabiyyee lafaa ni kennina jechuun Birrii miiliyoona 6…
Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Shakkamtoonni hojjettoota Biiroo Bulchiinsa Misooma Lafaati, Hoggantoota ni beekna, ragaa mirkaneessa qabiyyee lafaa…
Mootummaa uummataafi seera qabeessa bu’uuressuuf daandiin jiru filannoo qofa- Paartii Badhaadhinaa
Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) – Mootummaa uummataafi seera qabeessa bu’uuressuuf daandiin jiru filannoo qofa jedhe Paartiin Badhaadhinaa.
Walga’ii idileen Mana Maree Paartii…
Itiyoophiyaafi Sa’ud Arabiyaan haala hariiroo isaanii cimsuu danda’anirratti mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Sa’ud Arabiyaa Waaliid Alkeereeji waliin…
Gammoojjiin Bilaattee dhalli namaa jabaatee yoo hojjete maal fiduu akka danda’u argisiisa…
Finfinnee, Guraandhala 15, 2018 (FMC) - Gammoojjiin Bilaattee dhalli namaa jabaatee yoo hojjete maal fiduu akka danda'u kan argisisuu dha jedhan Ministiri Muumee Dooktar Abiy Ahimad.…
Bakkeewwan faayidaa malee turan gara giddu gala misooma qonnaatti jijjiiramaa jiru – Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 15, 2018 (FMC) - Bakkeewwan kanaan dura faayidaa malee turan hedduun amma jal'isiin gara giddugala misooma qonnaatti jijjiiramaa jiru jedhan Ministirri Muummee…
Raayyaa goota, jabaafi gahumsa qabu dirqama kamiifuu qophii ta’e ijaarreerra- Fiild Maarshaal…
Finfinnee, Guraandhala 15 , 2018 (FMC) – Raayyaa goota, jabaafi gahumsa qabu dirqama kamiifuu qophii ta’e ijaarreerra jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal…
‘Eeliit Foorsii’ kan ijaarru naannawaa keenyatti waraanniifi jeequmsi akka hin uumaneefi- Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 15 , 2018 (FMC) – ‘Eeliit Foorsii’ kan ijaarru naannawaa keenyatti waraanniifi jeequmsi akka hin uumaneefi jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…