Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fooramiin Irreechaa magaalaa Bishooftuutti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 23, 2018(FMC) - Kabaja ayyaana Irreechaa Hora Finfinnee fi Hora Harsadee sababeeffachuun fooramiin Irreechaa 7ffaan magaalaa Bishooftuuttutti taa'amaa jira.…
Irreecha bara kanaa akkaataa tokkummaa fi obbolummaa caalmaatti cimsuun kabajuuf qophoofne –…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2018(FMC) –Irreecha bara 2018 akkaataa tokkummaa fi obbolummaa caalmaatti cimsuun kabajuuf qophoofne jedhan jiraattoota Kutaa Magaalaa Mana Abbichuu.
Irreechi bara…
Sirni baniinsa bara hojii 5ffaa Manneen Maree lamaanii Wiixata dhufu gaggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 23, 2018(FMC) – Sirni baniinsa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummaataa fi Mana Maree Federeeshinii Fulbaana 26, 2018 Wiixata dhufu gaggeeffama.…
Daangootee Giruuppi Afrikaa Afrikaanotatu misoomsa jedhee amana- Aliikoo Daangootee
Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC) – Daangootee Giruuppi Afrikaa Afrikaanotatu misoomsa jedhee amana jedhan Hundeessaafi Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Daangootee Giruuppi Aliikoo Daangooteen.…
Badhaadhina Itiyoophiyaa osoo hin mirkaneessiin aara hin galfannu- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad badhaadhina Itiyoophiyaa osoo hin mirkaneessiin aara hin galfannu jedhan.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Sagantaan Dorgommii Bareedduu Tuuriizimii Oromiyaa 5ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC) - Sagantaan Dorgommii Bareedduu Tuuriizimii Oromiyaa 5ffaan Finfinnee Hoteela Iskaayilaayititti gaggeeffamaa jira.
Saganticha Komiishiniin Tuuriizimii…
Kaayyoon milkaa’inoota hundaa bayyanachuu Itiyoophiyaa dhugoomsuudha- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Kaayyoon milkaa’inoota hundaa bayyanachuu Itiyoophiyaa dhugoomsuudha jedhan.
Ministirri Muummee Dooktar…
Itiyoophiyaan xiyyeeffannoo misooma namaaf kenniteen bu’uura badhaadhina gama maraa keesseetti- Obbo…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC) - Af-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Obbo Taaggasaa Caafoon Itiyoophiyaan xiyyeeffannoo misooma namaaf kenniteen bu’uura badhaadhina gama maraa…
Dooktar Abiy Ahimad pirojektii waggaatti gaazii uumamaa liitira miiliyoona 100 fi miiliyoona 11…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2018(FMC)- Dooktar Abiy Ahimad pirojektii waggaatti gaazii uumamaa liitira miiliyoona 100 fi miiliyoona 11 oomishuu danda’u eebbisaniiru.
Ministirri Muummee…
Manneen Murtii Naannoo Oromiyaa gartokkeen cufamanii turan tajaajila idilee eegalan
Finfinnee, Fulbaana 22, 2018 (FMC) - Manneen Murtii Naannoo Oromiyaa wayita gannaa gartokkeen cufamanii turan har’aa kaasanii tajaajila idilee kennuu eegalaniiru.
Itti gaafatamaan…