Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanech Abeebeen manneen 150 namoota harka qalleeyyiif dabarsan
Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen manneen 150 namoota harka qalleeyyiif dabarsinee kennineerra jedhan.
Aadde Adaanech Abeebeen…
Finfinnee iddoo gahumsa tuurizimii fayyaa gochuuf hojii jajjabeessaan hojjetamaa jira- Kantiibaa…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC) – Finfinnee iddoo gahumsa tuurizimii fayyaa gochuuf damee dhuunfaan hojii jajjabeessaan hojjetamaa jira jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee…
Liiziin Siinqee Humna Faayinaansii Ce’umsa Indaastirii Oromiyaati- Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC)- Liiziin Siinqee Humna Faayinaansii Ce’umsa Indaastirii Oromiyaati jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.;…
Waggoottan Shanan darban pirojektoonni kuma 96 ijaaramuun tajaajiila kennaa jiru – Obbo…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC)- Waggoottan Shanan darban pirojektoonni kuma 96 ijaaramuun tajaajiila kennaa jiru jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo…
Jijjiiramni bu’uuraalee misoomaan dhufe caalaatti hojjechuuf kan nukakaasuu dha –…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018(FMC) - Baroota jijjiiramaa keessa hojiiwwan gama bu'uuraalee misoomaan hojjetamaniin bu'aan argame kan nama gaabbisiisuu dha jedhan Ministirri Muummee Dooktar…
Kutaa magaalaa Lammii Kuraatti Giddu-galli Qonna Qindaa’aa ijaarame tajaajilaaf baname
Finfinnee , Caamsaa 15, 2018(FMC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Lammii Kuraatti Giddugalli Qonna Qindaa'aa lafa hektaara 3 irratti ijaarame tajaajilaaf banameera.
Giddugalicha…
Inniisheetiiviin misooma beelladaa rakkoo dinagdee uummatichaa bu’uurarraa furuun akka…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC ) - Inniisheetiiviin misooma beelladaa qonnaan bulaan hojiirra oolchaa jiru rakkoo dinagdee uummatichaa bu'uurarraa furuun akka danda'amu mirkaneesseera…
Raayyaa loogiiirraa bilisa ta’ee fi naamusa Loltummaa qabutu ijaaramaa Jira –…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC)- Ajajaan Waliigalaa Poolisii Federaalaa Komiishinarri Jeneraalaa Damallaash Gabra-Mikaa'el, Raayyaan ilaalchaa fi caasaan loogii irraa bilisoomee ijaaramaa…
Poolisiin Federaalaa ga’umsa gochaalee farreen nageenyaa fashaaleessu horateera –…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) - Poolisiin Federaalaa ga'umsa gochaalee farreen nageenyaa fashaaleessuu danda'u horateera jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen.…
Raayyaan Ittisaa manneen jireenyaa 232 fayyadamtootaaf dabarse
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Raayyaan Ittisaa Biyyaa Manneen jireenyaa miseensota raayyichaa fi hojjettoota Siiviil sarvisiif magaalaa Hawaasaatti ijaaraman 232 fayyadamtootaaf…