Browsing Category
Oduu biyya keessaa
𝐈𝐧𝐢𝐬𝐡𝐞𝐞𝐭𝐢𝐯𝐢𝐢 𝐈𝐧𝐝𝐚𝐬𝐭𝐢𝐫𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐝𝐨𝐨, 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐁𝐮’𝐮𝐮𝐫𝐚 𝐂𝐞’𝐮𝐦𝐬𝐚 𝐈𝐧𝐝𝐚𝐬𝐭𝐢𝐫𝐢𝐢 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
Finfinnee, Caamsaa 13,2018(FMC) - Inniisheetiiviin indaastirii godoo bu'uura ce'umsa indaastiriiti jedhan pirezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa.
Obbo shimallis…
Filannichi hunda kan hammatee akka ta’uuf hojiiwwan hedduun hojjetamaniiru – Boordii…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2018 (FMC) - Filannoon waliigalaa 7ffaan hunda kan hammatee akka ta’uuf tarkaanfiiwwan hedduun fudhatamaniiru jedhan walitti qabduun Boordii Filannoo Biyyaalessaa…
Mirga keenya fayyadamuun Paartii sirna ijaarsa biyyaa cimsee itti fufsiisu filachuuf qophoofneerra…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2018(FMC) -Hiree mirga ofii ofiin murteeffachuuf Heera Mootummaan nuuf kenname fayyadamnee paartii sirna ijaaramaa jiru cimsee itti fufsiisu danda'u filachuuf…
Mala qonnaa ammayyeessuun oomishtummaa dachaan dabaluu…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2018 (FMC) – Mala qonnaa ammayyeessuun oomishtummaa dachaan dabaluuf hojjetamaa jira jedhe Inistiityuutiin Tiraansifoormeeshiinii Qonna Itiyoophiyaa.
Qabeenya…
Humnaa fi kennaa qabnu hundaan oomishnee gargaaramtummaa keessaa ba’uu qabna – Dooktar Biqilaa…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2018(FMC) - Humnaa fi kennaa qabnu hundaan oomishnee gargaaramtummaa keessaa ba’uu qabna jedhan Ministirri Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimokiraasii Waajjira…
Sagantaan kadhannaa biyyaalessaa Caamsaa 16, 2018 gaggeeffamuufi
Finfinnee, Caamsaa 13, 2018 (FMC) – Sagantaan kadhannaa biyyaalessaa Caamsaa 16, 2018 gaggeeffame jedhe Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa.
Barreessaan Yaa’ii Dhaabbilee…
Nageenyi lammiilee Itiyoophiyaa biyyoota garaagaraa jiraatanii akka eegamu hojjetamaa jira – MdhA
Finfinnee, Caamsaa 13, 2018 (FMC) – Nageenyi lammiilee Itiyoophiyaa biyyoota garaagaraa jiraatanii akka eegamu hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Dhimma Alaa.
Dubbii Himaan Ministeera…
Adeemsa sagalee filannoo kennuu…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2018 (FMC) – Adeemsi sagalee kennuu buufataalee filannoo hundarratti akkaataa murtee boordii filannoon sa’aatii walfakkaatu eegala.
Filannoon waliigalaa 7ffaan…
Kantiibaa Adaanech Abeebeen gamoo abbaa darbii 5 manneen jireenyaa 44 fi suuqiiwwan qabu…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen gamoo abbaa darbii 5 manneen jireenyaa 44fi suuqiiwwan qabu fayyadamtootaaf dabarsanii kennaniiru.…
Komiiwwan adeemsa filannoo irratti ka’an mariifi ragaan furamaa jiru
Finfinnee, Caamsaa 12, 2018 (FMC) – Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa komiiwwan adeemsa filannoo irratti ka’an mariifi ragaan furamaa jiru jedhe.
Paartileen siyaasaa Filannoo…