Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Laggaasaa Tulluun xaalayaa muudama isaanii Pireezidaanti Isimaa’eel Oomar Giileef…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC) – Jiibuutiitti Ambaasaaddar guutuu ta’uun kan muudaman Dooktar Ambaasaaddar Laggaasaa Tulluun xaalayaa muudama isaanii Pireezidaantii biyyattii Isimaa’eel…
Fooramichi magaalonni bakka teeknooloojiin maddu ta’uu qabatamaan agarsiise- Aadde Caaltuu Saanii
Finfinnee, Sadaasa 8, 2018(FMC) – Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa aadde Caaltuu Saaniin fooramii 10ffaan magaalotaa magaalonni bakka beekumsi teeknooloojii maddu ta’uu…
Afaaritti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob hojii eegale
Finfinnee, Sadaasa 8, 2018 (FMC)- Naannoo Afaaritti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob hojii eegaleera.
Sagantaa eegalchiisa giddugalicharratti Pireezidaantii Naannoo Afaar obbo Awwal…
Dhimmoonni mul’ata biyyaa waliin hidhata qaban inistiitiyuutii Hubannoo Namtolcheetti mul’ataniiru-…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhimmoonni mul’ata biyyaa waliin hidhata qaban Inistiitiyuutii Hubannoo Namtolchee Itiyoophiyaatti mul’ataniiru…
Qorannoowwan Yuunivarsiitii Jimmaatti hojjetaman bu’aa fidaa jiru
Finfinee, Sadaasa 7, 2018 (FMC) - Biyyee dhiqamaa fi asiidummaan miidhamuun misooma hinkennine karaa uumamaan akka bayyaanatuuf oomishtummaa fooyyessuuf qorannoowwan Yuunivarsiitii…
Misoomni koriidarii moodelli baadiyya qonnaan bultoota kan fayyaduu dha
Finfinee, Sadaasa 7, 2018 (FMC)- Misoomii koriidarii moodelli baadiyyaa qonnaan bultooti fayyadamoo bu'uuraalee misoomaa fi tekinooloojii akka ta'an gargareera.
Naannoo Giddugala…
Hojiwwan magaalota jireenyaaf mijessuuf hojjetaman haala Gaarii irra jiru
Finfinee, Sadaasa 7, 2018 (FMC) - Ministirri Magaalaa fi Bu'uuraalee Misoomaa aadde Caaltuu Saanii hojiiwwan magaalota miidhagsuu fi jireenyaaf mijessuu haala dammaqinaan hojjetamaa jiru…
Riifoormiin Bulchiinsaa fi Tajaajila Mootummaa kan qophaa’e Seektara hundaafi- Dooktar Makuriyaa…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2018 (FMC) - Riifoormiin Bulchiinsaa fi tajaajila Mootummaa kan qophaa’e seektara hundaafi jedhan Komishinarri Komishinii Siviil Sarviisii Itiyoophiyaa Dooktar…
Hawaasni qindoominaa fi tokkummaan nageenya naannoo isaa eeguu qaba- Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Sadaasa 7, 2018 (FMC)- Hawaasni qindoominaa fi tokkummaan gurmaa’uun nageenya naannoo isaa eeggachuu qaba jedhan Ministirri Ministeera Geejjiba afi Loojistiksii Dooktar Alamuu…
Naannoo Afaaritti hojiileen dandeettii tuurizimii guddisuu danda’an hojjetamaa jiru- Obbo Adam…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC)- Naannoo Afaaritti hojiileen dandeettii tuurizimii guddisuu danda’an hojjetamaa jiru jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Itti gaafatamaan…