Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Xaa’oon biyyoo kuntaalli miiliyoonni 8.1 buufata Jibuutii ga’e -Korporeeshinicha
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Xaa’oon biyyoo kuntaalli miiliyoonni 8.1 buufata Jibuutii ga’uu Korporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Itiyoophiyaa beeksiise.
Dooniin Xaa’oo Yuuriyaa…
Walaayittaa Sooddootti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 2 yoo darbu, namoonni 23 miidhaman
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Magaalaa Walaayittaa Sooddootti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 2 yoo darbu, namoota 23 irraa miidhaan qaamaa cimaan qaqqqabuu ibsame.…
Magaalaa Naqamteetti mariin nageenyaa gaggeeffame
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Naqamteetti mariin jiraattota magaalaa Naqamtee fi Godina Wallagga Bahaa hirmaachise gaggeeffame.
Marichi mata duree "Obbolummaa…
Magaalaa Roobeetti mariin nageenyaa gaggeeffame
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Roobeetti mariin jiraattota magaalaa Roobee fi Godina Baalee hirmaachise gaggeeffame.
Marichi mata duree "Obbolummaa…
Magaalaa Mattuutti mariin nageenyaa gaggeeffame
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Boor magaalaa Mattuuti marii kutaa hawaasaa garaagaraa Godinaafi Magaalaa Mattuurraa walitti babba’an hirmaachise gaggeeffameera.…
Itiyoophiyaan qormaatilee hedduu kan ceete tokkummaa ummata isheeni – Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan qormaatilee walxaxaa hedduu kan ceete Ummanni biyyattii tokkummaa sabdaneessaa hundee cimaa qabu waan qabaniif ta’uu Ministirri…
Tokkummaa sabdaneessaa fi Obbolummaa caalmaatti cimsuun Badhaadhina hunda galeessa ni milkeessina –…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Tokkummaa sabdaneessaa fi Obbolummaa caalmaatti cimsuun Badhaadhina hunda galeessa ni milkeessina jedhan Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo…
Magaalaa Ambootti mariin nageenyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa magaalaa Ambootti mariin nageenyaa kutaalee hawaasaa adda addaa hirmaachise gaggeeffamaa jira.
Ministira Ministeera Raayyaa…
Magaalaa Bulee Horaatti mariin nageenyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Magaalaa Bulee Horaatti mariin nageenyaa hawaasa magaalichaa fi Aanaa Godina Gujii hunda hirmaachise gaggeeffamaa jira.
Ministira Ministeera…
Magaalaa Bishooftuutti mariin nageenyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Magaalaa Bishooftuutti mariin nageenyaa hawaasa magaalichaa fi naannawaa ishee hirmaachise gaggeeffamaa jira.
Ministira Tajaajila Kominikeeshinii…