Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Raashaa Vilaadmiir Puutiin waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Raashaa Vilaadmiir Puutiin waliin mari'ataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa…
Aadde Adaanech Abeebeen manneen jireenyaa 253 namoota biyyaaf oolmaa oolaniif dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2018 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen manneen jireenyaa 253 namoota biyyaaf oolmaa oolaan, harka qalleeyyii fi maanguddootaaf…
Ergaa Pireezidaanti Taayyeen Mana Maree Nageenyaaf dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC) - Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasilleessaan Mana Maree Nageenyaa fooyyessuuf murtoon hatattamaa akka fudhatamuu fi bakka bu’ummaa Afrikaaf dursi akka…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Beelaaruus waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Beelaaruus AleksaandarLukaasheenkoo waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa…
Dooktar Abiy Yaa’ii Torbee Atoomikii Addunyaarratti hirmaachuuf Raashiyaa galan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii Torbee Atoomikii Addunyaarratti hirmaachuuf Raashiyaa galaniiru.
#Oromia #Ethiopia…
Biirichi hanqina dhiyeessii bishaan dhugaatii qulqulluu furuuf hojjechaa jira – Injiinar…
Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC) - Biirichi hanqina dhiyeessii bishaan dhugaatii qulqulluu furuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira jedhan Hoggantuun Biiroo Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa…
Oromiyaatti Boqqolloon Lafa Heektara miiliyoona 2.4 ol irratti misoome- Obbo Geetuu Gammachuu
Finfinnee, Fulbaana ,15 2018 (FMC) -Naannoo Oromiyaatti lafti heektarri miiliyoonni 2 fi kumni 400 ol sanyii boqqolloon misoomeera jedhan Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu…
Kabaja ayyaana Daamaraa Masqalaa sababeeffachuun daandiiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaman ifooman
Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC)- Poolisiin Magaalaa Finfinnee Kabaja ayyaana Daamaraa Masqalaa sababeeffachuun daandiiwwan tajaajila Tiraafikaaf cufaman ifoomseera.
Ayyaana Daamaraa…
Hojiin nageenya naannichaa waareessuu cimee itti fufa
Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC)- Hojiin nageenyaa fi tasgabbii naannichaa waareessuu cimee itti fufaa jedhe Manni Maree Nageenya Naannoo Hararii.
Manni Maree nageenyaa naannichaa haala…
Raayyaa cimaa dirqama isaa ga’umsaan ba’uu danda’u…
Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC) - Raayyaa jabaa walabummaa fi faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kabajchiisuuf dirqama kamiyyuu ga’umsa amansiisaan ba’uu danda’u ijaarameera jedhan…