Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan faarfannaa Kumaa kitilaa gaggeeffame Finfinnee bifa addaan kan miidhakseedha –…
Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) –Sagantaan faarfannaa Kumaa kitilaa 3ffaan magaalaa Finfinnee Addabaabayii Masqalaatti gaggeeffame Finfinnee haalaan kan miidhakseedha jedhan Kantibaan…
Ayyaanicha Jaalala, araara, walii yaaduu fi tokkummaa cimsachuun kabajachuu qabna – Luba…
Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) - Ayyaanni dhalachuu Iyyesuus Kiristoos jaalala, araara Waaqni dhala namaaf qabu kan bu'uureffate waan ta'eef jaalala, araara tokkummaa fi walii yaaduun…
Manni Maree Ministirootaa murtoo adda addaa dabarse
Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Manni Maree Ministirootaa Walga’ii Idilee 51ffaa gaggeesseen murtoo adda addaa dabarseera.
Manni marichaa dhimmoota adda addaarratti mari’achuun murtoo…
Aadde Adaanech Abeebeen manneen jireenyaa 381 namoota harka qalleeyyiif dabarsan
Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Qillee sababeeffachuun manneen jireenyaa 381 namoota harka qalleeyyiif dabarsanii kennaniiru.…
Dooktar Abiy Ahimad maaddii qoodaan
Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad lammiilee harka qalleeyyii fi daa’imman Waajjirri Ministira Muummee Guddisuuf maaddii qoodaniiru.
Dooktar…
Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Baga guyyaa dhaloota Iyyesuus Kiristoosiin…
Samaraatti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 22 darbe
Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Naannoo Afaar magaalaa Samaraatti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 22 darbe.
Balichi har’a barii naannawaa sa’aatii 11:00 kan mudate yoo ta’u,…
Tapha Qillee Salaaleetti…
Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Taphni Qillee tapha aadaa irra caalaa dargaggootaan taphatamuudha.
Ulee Jirmaan Kubbaa Qillee ija/burii mukaarraa qophaa’een taphatama.
Tapha Jibbaa…
Shaggar, Bishooftuu, Gadaa fi Adaamaa — Pilaanii Muummee Haaraan
Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Pilaanii Muummee Haaraa Magaaloota Shaggar, Bishooftuu, Gadaa fi Adaamaa ilaalchisuun ibsi baasan akka itti aanuutti…
Ayyaana Qillee sababeeffachuun ciccituun Humna Elektirikaa akka hin muudanne qophii gahaan taasifame…
Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Wayita Ayyaana qillee ciccituun Humna Elektirikaa akka hin muudanne qophii gahaan taasifame jedhe Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa.
Tajaajilichi…