Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministiroonni daawwannaa naannoleetti taasiisaa turaniif duub deebii kennan
Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Gareen Deeggarsaa fi Hordoffii Mootummaa Federaalaa daawwannaa guyyoota kurnan darbaniif naannoleetti gaggeessaa ture xumureera.
Gareen Naannoo…
Hirmaannaa fi fayyadamummaa lammiilee rakkoo guddina sammuu qabanii mirkaneessuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Guyyaan Guddina sammuu Idil Addunyaa Addabaabayii michummaatti mata duree 'Bitootessa Diibooraa waliin' jedhuun kabajameera.
Qaamni hundi waan…
Waggoota 2 fi walakkaa darban keessa gama misoomaan jijjiiramni guddaan galmaa’eera- Kantiibaa…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa waggoota 2 fi walakkaa darban keessa qindoomina miseensotaafi hoggansaan bu'aalee misooma olaanaa galmeessuu Kantiibaan Magaalaa…
Finfinnee fakkeenya Badhaadhinaa Itiyoophiyaa fi Afrikaa taasiisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Finfinnee magaala fakkeenya Badhaadhinaa Itiyoophiyaa fi Afrikaa taate taasiisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Itti Aanaan Pireezidaantii…
Konfireensiin Miseensota Paartii Badhaadhinaa eegalame
Finfinnee, Bitootessa 15, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Konfireensiin Miseensota Paartii Badhaadhinaa mata duree ' Guddina Itiyoophiyaaf jecha gochaan' jedhuun gaggeeffamuu eegaleera.…
Wareegama Raayyaa Ittisaa dhalootatti dabarsuuf hojjetamaa jira-F/M Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Bitootessa 14, 2016 (FBC)-Wareegama gootummaa Raayyaa Ittisa Biyyaa dhalootatti dabarsuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa…
Fiilmiin “Waa’ee Haadhaa” eebbifame
Finfinnee, Bitootessa 14, 2016 (FBC)- Fiilmiinmataa duree “Waa’ee Haadhaa” jedhamuun jaalala biyyaa fi Raayyaa Ittisa Biyyaarratti xiyyeeffatte bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Uffannaa dambii tajaajila hojjettootaa Finfinnee ifoome
Finfinnee, Bitootessa 14, 2016 (FBC)- Bulchinsi Magaalaa Finfinnee Uffannaa Dambii Tajaajilaa hojjettoota magaalichaa ifoomseera.
Uffannaan Dambii kunis riifoormii dhaabbatummaa Ejensiin…
Qonnan bultoonni carraa naannawaasaanii jirutti fayyadamuun wabii nyaataa mirkaneeffachuu qabu-Obbo…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2016 (FBC)- Qonnaan Bultoonni baankii carraalee misoomaa jallisiif mijatoo naannawaa isaanitti fayyadamuun oomishtummaa dabaluun wabii nyaataa mirkaneeffachuu akka…
Itiyoophiyaanonni biyya jiraatanitti Ambaasaaddara biyya isaaniiti-Pir. Saahilawarqi Zawudee
Finfinnee, Bitootessa 14, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaanonni biyya jiraatanitti Ambaasaddara biyya isaaniiti jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen.
Pireezidaanti Saahilawarqi…