Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Adeemsa marii biyyaalessaa irratti paartileen siyaasa hedduun hirmaataniiru- Piroofeesar Masfin…
Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC)- Adeemsa marii biyyaalessaa irratti paartileen siyaasa hedduun hirmaataniiru jedhan Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa Piroofeesar Masfin…
Naannooleen dandeettii kuufamaa misoomsuu isaanii sirnaan fayyadamaa jiru- Obbo Aganyaawu Tashaagar
Finfinnee, Sadaasa 4, 2018 (FMC)- Jijjiiramaan as naannooleen carraa ofiin of bulchuu argatan dandeettii kuufamaa misoomsuu isaanii sirnaan fayyadamaa jiru jedhan Afyaa’iin Mana Maree…
Misooma humna namaa fi ogummaa dagaagsuun tumsa Itiyoophiyaa waliin qabnu ni cimsina- Tumsitoota…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2018 (FMC)- Misooma humna namaa fi ogummaa dagaagsuun tumsa Itiyoophiyaa waliin qabnu ni cimsina jedhan tumsitoonni misoomaa.
Tarsimoon haaraan ogummaa fi teeknikaa…
Humni Qilleensaa birmadummaa biyyaa kabachiisuun seenaa boonsaa qaba – Letenaal Jeneraal…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2018 (FMC) – Humni Qilleensaa birmadummaa biyyaa kabachiisuun seenaa boonsaa qaba jedhan Ajaja Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Letenaal Jeneraal Yilmaa…
Agarsiisni Albuudaa fi Teeknooloojii 4ffaan baname
Finfinnee, Sadaasa 4, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan agarsiisa Albuudaa fi Teeknooloojii 4ffaa Giddugala Konveshinii Idil Addunyaa Addisitti bananiiru.…
Oromiyaatti bara 2018 misooma qamadii jallisii boneen lafa heektaara miliyoona 4 misoomsuuf…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2018(FMC)- Naannoo Oromiyaatti bara 2018 misooma qamadii jallisii boneen lafa heektaara miliyoona 4 misoomsuuf hojjatamaa jira jedhe Biiroon Kominikeeshinii naannichaa.…
Naannoo Oromiyaatti oomisha aannanii guddisuuf hojjetamaa jira – Biiricha
Finfinnee, Sadaasa 4, 2018(FMC) – Naannoo Oromiyaatti kurmaana 1ffaa bara 2018tti aannan liitirri biliyoonni 1 fi miliyoonni dhibba shan akka oomishame Biiroon Qonnaa naannichaa ibseera.…
Konfiransiin duudhaa nageenyaafi waldanda’uu magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 4, 2018 (FMC)- Konfiransiin duudhaa nageenyaafi waldanda’uu ijaarsa biyyaafi dhalootaa Sadarkaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Konfiransichi Biiroo Bulchiinsa…
Faayidaafi nageenya lammiilee bobbii hojiin Sa’ud Arabiyaatti argamanii kabachiisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 4, 2018 (FMC)- Faayidaafi nageenya lammiilee bobbii hojiin Sa’ud Arabiyaatti argamanii kabachiisuuf hojjetamaa jira.
Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa aadde…
Itiyoophiyaan waggoota 10 keessatti ulaa galaanaa yoo hin arganne waggaan giddugaleessan Doolaara…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) –Itiyoophiyaan waggoota kurnan itti aanaan keessatti ulaa galaanaa argachuu yoo hin dandeenye waggaan giddugaleessan Doolaara biiliyoona 50 ol dhabdi jedhan…