Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hawwiin keenya Itiyoophiyaa fooyyoftuu gamtaan ijaaramte arguudha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad qaamoolee Duula Teeleetoonii Dijitaalaa Sosochii Itiyoophiyaa Qulqulluuf qophaa'erratti hirmaatan hunda…
Duula Teeleetoonii Diijitaalaa Guyyaa tokkoon Birrii miiliyoonni 154 walitti qabame
Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) –Duula Teeleetoonii Diijitaalaa Itiyoophiyaa Qulqulluuf guyyaa tokkotti Birrii miiliyoona 50 walitti qabuuf har'a gaggeeffameen Birrii miiliyoonni 154 fi…
Koreen Olompikii Itiyoophiyaa Birrii miiliyoona 8 duula Teeleetoonii Diijitaalaaf gumaache
Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) – Koreen Olompikii Itiyoophiyaa duula Teeleetoonii Diijitaalaa Sosochii Itiyoophiyaa Qulqulluuf guyyaa tokkotti Birrii miiliyoona 50 walitti qabuu qophaa'eef…
Dubaayii fi Kaaba Emireetootaatti Waldaan Hawaasa Itiyoophiyaa Birrii miiliyoona 1 fi kuma 560 duula…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) – Dubaayii fi Kaaba Emireetootaatti Waldaan Hawaasa Itiyoophiyaa duulaTeeleetoonii Diijitaalaa Sosochii Itiyoophiyaa Qulqulluuf guyyaa tokkotti Birrii…
Atileetoonni Itiyoophiyaa miidhagduu fi Qulqulluu uumuuf fakkeenyaaf ta’uu qabu –…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) –Atileetoonni fiigichaan injifachuu qofa osoo hin taane Itiyoophiyaa miidhagduu fi Qulqulluu uumuuf fakkeenyaaf ta'uu akka qaban Ministirri Muummee FDRI…
Dhaabbanni Ooviid Giruuppi duula Teeleetoonii Diijitaalaaf Birrii miiliyoona 16 gumaache
Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) – Dhaabbanni Ooviid Giruuppi duula Teeleetoonii Diijitaalaa Sosochii Itiyoophiyaa Qulqulluuf guyyaa tokkotti Birrii miiliyoona 50 walitti qabuu qophaa'eef…
Dooktar Abiy Lammiileen hundi sosochii magaalaa fi naannoo qulqulluu uumuuf eegalame akka tumsan…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Lammiileen hundi sosochii magaalaa fi naannoo qulqulluu uumuuf eegalame akka tumsan gaafataniiru.
Duulli…
Duula Teeleetoonii Diijitaalaa Guyyaa tokkoon Birrii miiliyoonni 154 walitti qabame
Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) –Duula Teeleetoonii Diijitaalaa Itiyoophiyaa Qulqulluuf guyyaa tokkotti Birrii miiliyoona 50 walitti qabuuf har'a gaggeeffameen Birrii miiliyoonni 154 fi…
Aadde Adaanach jiraattoonni Teeleetoonii Diijitaalaa har’a gaggeeffamurratti akka hirmaatan…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Aadde Adaanach Abeebeen jiraattoonni magaalichaa Teeleetoonii Diijitaalaan duula guyyaa tokkotti Birrii miiliyoona 50 walitti qabuuf…
Magaalaa Jimmaatti duulli Itiyoophiyaa Qulqulluu eegalame
Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti duulli Itiyoophiyaa Qulqulluu naannawaa qulqulleessuun eegalameera.
Jiraattoonni magaalichaa Teeleetoonii dijiitaalaa naannoo…