Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Shaggaritti duulli Itiyoophiyaa Qulqulluu eegalame
Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnootti duulli Itiyoophiyaa Qulqulluu eegalameera.
Jiraattoonni kutaa magaalichaa duulaan balfa…
Mootummaan naannichaa hawaasni Teeleetoonii Diijitaalaa guyyaa tokkotti Birrii miiliyoona 50 walitti…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2016 (FBC) – Mootummaan Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Sosochii Itiyoophiyaa Qulqulluuf Teeleetooniin Diijitaalaa guyyaa tokkotti Birrii miiliyoona 50 walitti qabuuf…
Buufanni Xiyyaaraa magaalaa Naqamtee % 95 xumurame
Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Buufanni Xiyyaaraa magaalaa Naqamtee Birrii biiliyoona 1.3 ijaaramaa jiru % 95 xumurameera.
Ijaarsi isaa bara 2010 kan eegalame Buufanni Xiyyaaraa Ukkee…
Miseensonni Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa raawwii hojii baatiwwan saglan darbanii…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Miseensonni Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa raawwii hojii baatiwwan saglan darbanii Gorgoraatti gamaaggamaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI…
Dhaabbanni Dhuunfaa Qarcaanshee Itti Gaafatamummaa isaa murtaa’e sosochii Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Dhaabbanni Dhuunfaa Qarcaanshee Itti Gaafatamummaa isaa murtaa'e sosochii Itiyoophiyaa Qulqulluu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad mata duree…
Yuunivarsiitiin Boongaa Giddugala Maanguddootaa eebbisiise
Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Boongaa Giddugala Maanguddootaa Birrii miiliyoona 21 ijaarsise eebbisiiseera.
Giddugalichi maanguddoota 104 kunuunsuu danda'a…
Godinichatti barattoonni kumni 53 ol qormaata kutaa 6ffaa, 8ffaafi 12ffaa fudhachuuf qophii taasisaa…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti barattoonni kumni 53 ol qormaata Biyyaalessaafi naannoo kutaa 6ffaa, 8ffaafi 12ffaa fudhachuuf qophii taasisaa jiraachuu…
Yuunivarsiitiin Boongaa Giddugala Maanguddootaa eebbisiise
Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Boongaa Giddugala Maanguddootaa Birrii miiliyoona 21 ijaarsise eebbisiiseera.
Giddugalichi maanguddoota 104 kunuunsuu danda'a jedhame.…
Abbaan Taayitichaa Sosochii ittisa faalama Qilleensaa eegalchiise
Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Oromiyaa sosochii Ittisa faalama Qilleensaa baatiwwan jahaf turu eegalchiiseera.
Sosochichi mata duree…
Godinaalee Naannoo Oromiyaa balaa lolaaf saaxilamoo ta’anitti hojiin dursanii ittisuu hojjetamaa…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Godinaalee Naannoo Oromiyaa balaa lolaaf saaxilamoo ta’anitti hojiileen dursanii Ittisuu hojjetamaa jiraachuu Buusa Gonofaa Oromiyaan beeksisee.…