Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Omisha Baala Shaayee lafa hektaara kuma 30 irratti misoomsuuf qophii taasifamaa jira-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)- Omisha Baala Shaayee lafa hektaara kuma 30 irratti misoomsuuf qophii olaanaan taasifamaa jiraaachuu Pireezidaantiin Mootumma Naannoo Oromiyaa Obbo…
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa badhaasaa Mana Maree Indaastirii fi Daldalaa BRICS injifate
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa badhaasa 2024 “Corporate Sustainability Achievement Award” Mana Maree Indaastirii fi Daldalaa BRICS injifateera.…
Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Ergamaa Addaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)-Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa Ambaasaaddar Maayik Hamar waliin mari’atan.…
Lammiilee biizinasii waaddii foon lukkuu irraa fayyadamoo taasisuuf hojjetamaa jira-Obbo Nugusuu…
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)- Lammiileen biizinasii waaddii foon lukkuu irraa fayyadamoo akka ta'uun, diinagdee hawaasaa fooyyessuu fi wabii nyaataa mirkaneessuuf hojjetamaa jiraachuus…
Godina Arsitti xaa’oo kuntalli kuma 400 mana kuusaa ga’uun ibsame
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)- Godina Arsitti xaa’oo kuntaalli kuma 400 mana kuusaa ga’uun Ejensiin Waldaalee hojii gamtaa godinichaa beeksise.
Itti gafaataman Ejensichaa Obbo Adam…
Abbaan taayitichaa hawaasni oomishaalee qulqullinni hinmirkanoofne akka hinfayyadamne hubachiise
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)-Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaalee Itiyoophiyaa oomishaalee ibsaa fi sadarkaalee Itiyoophiyaa dirqamsiisoo akkasumas qorichummaa fi qulqullinni isaanii…
Humni Galaanaa Itiyoophiyaa humna dandeettii dabalataa Raayyaa Ittisaaf uumu ta’uun ergama…
Humni Galaanaa Itiyoophiyaa humna dandeettii dabalataa Raayyaa Ittisaaf uumu ta’uun ergama fuulduratti kennamu kutannoon bahachuu qaba-F/M Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Amajjii 14, 2016…
Hidha Haaromsaaf galiin Birrii miiliyoona 500 ol walitti qabame
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)- Baatiiwwan shanan darban deeggarsaa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaaf galiin Birrii miiliyoona 500 olii walitti qabamuu Waajjirri Mana Maree Qindeessaa…
Oromiyaatti barsiisootaf manneen jireenyaa kuma 5 ol ijaaraman
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti baatiiwwan ja’an darbanitti manneen jireenyaa kuma 5 fi 369 barsisootaf ijaaramuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.
Biirichatti…
Oromiyaatti lafa heektara kuma 16’rra Avokaadoon dhaabameera-BQO
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti lafa heektara kuma 16’rra Avokaadoo sanyii filatamaan dhabamuu Biiroon Qonna naannicha beeksisee.
Naannichatti misooma Avokaadoorraa…