Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan waggoota 10 keessatti ulaa galaanaa yoo hin arganne waggaan giddugaleessan Doolaara…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) –Itiyoophiyaan waggoota kurnan itti aanaan keessatti ulaa galaanaa argachuu yoo hin dandeenye waggaan giddugaleessan Doolaara biiliyoona 50 ol dhabdi jedhan…
Yuunivarsiitichi sanyii filatamaa akaakuu garaagaraa hawaasa naannawaaf dhiyeessa jira
Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) –Yuunivarsiitiin Arsii sanyii filatamaa akaakuu garaagaraa baay'isuun qonnaan bultoota naannawaaf dhiyeessan jira jedhe.
Yuunivarsitii Arsiitti diinii…
Guyyoottan kurnan itti aanan keessa kutaaleen biyyattii harki caalu qilleensa gogaa, aduu fi…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) – Guyyoottan kurnan itti aanan keessa kutaaleen Ityophiyaa harki caalu qilleensa gogaa, aduu fi qilleensa’aa qabaatu jedhe Inistiityuutiin Raaga Haala…
Itiyoophiyaan yaa’icha akka keessummeessitu filatamuu hordofee miidiyaaleen idil addunyaa maal…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) – Yaa’iin qabeenya Qilleensaa 30ffaan Mootummoota Gamtoomanii Itiyoophiyaan Yaa’ii 32ffaa akka keessummeessitu murtoo dabarseera.
Biyyoonni Yaa’ii…
Dhaabbileen Sirna diimookiraasii mirkaneessan ciccimoon ijaaraman – Dooktar Biqilaa Hurrisaa
Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC)- Dhaabbileen Sirna diimookiraasii Itiyoophiyaa mirkaneessuu danda’an ciccimoon ijaaramaniiru jedhan Paartii Badhaadhinaatti Hogganaan Hariiroo Ummataa fi…
Kalaqni, ariitiifi qulqullinni yeroo mara qajeelfama hojii ta’uu qabu- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Kalaqni, ariitiifi qulqullinaan hojjechuun yeroo mara qajeelfama hojii ta’uu qabu jedhan.
Obbo…
Dandeettiin Itiyoophiyaan waltajjiiwwan idil-addunyaa keessummeessuu sadarkaa olaanaa irra gahe–…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan Yaa’ii qabeenya qilleensaa 32ffaa akka keessummeesitu biyyoonni miseensaa irratti waliigaluun dandeettiin waltajjiiwwan idil-addunyaa…
Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo beekamtii hoggansa qulqullina hojii idil addunyaa ISO 9001፡2015…
Finfinnee. Sadaasa 2, 2018(FMC) - Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo(INSA) ulaagaalee qulqullinaa guutuun beekamtii mirkaneessa sirna hoggansa hojii qulqullinaa idil addunyaa ISO 9001፡2015…
Itiyoophiyaan yaa’ii qabeenya qilleensaa 32ffaa mootummoota gamtoomanii qopheessuuf filatamte
Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan yaa’ii qabeenya qilleensaa 32ffaa Mootummoota Gamtoomanii (Koop 32) qopheessuuf filatamte.
Jijjiirama qabeenya qilleensaa qolachuuf…