Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Faayidaa biyyaalessaa eegsisuuf hojiilee dippilomaasii cimaa hojjechuu gaafata-Obbo Dammaqaa…
Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)- Faayidaa biyyaalessaa eegsisuuf hojiilee dippiloomaasii cimaa hojjechuu gaafata jedhan Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa…
Itiyoophiyaan murtoowwan Yaa’ii Jijjiirama Qabeenyaa Qilleensaa hojiirraa oolchuuf murannoo…
Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan murtoowwan Yaa’ii Jijjiiramaa Qabeenya Qilleensaarratti darbe hojiirra oolchuuf dhaabbiilee tumsitootaa waliin kan hojjettu ta’uu Ministeerri…
Finfinneetti abbootii qabeenyaa kuma 1 fi 308 eeyyamni invastimantii haaraan kenname
Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)- Finfinneetti abbootii qabeenyaa kuma 1 fi 308 eeyyamni invastimantii haaraan kennamuu Komishiniin Invastimantii Magaalaa Finfinee beeksise.
Daayrektarri…
Guyyaa Horsiisee Bultootaa ilaalchisee mariin paanaalii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)- Guyyaa Horsisee Bultoota Oromiyaa marsaa 19ffaa kabajamu ilaalchisuun mariin paanaalii Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Saganticharratti Sadarkaa…
Misooma biqiltuu shaayii dachan dabaluuf hojilee bal’aan hojjetamaa jiru-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)-Misooma biqiltuu Shaayii Itiyoophiyaan hanga ammaa qabdu dachaan dabaluuf barana hojiilee bal’aan hojjetamaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Balaa tiraafikaan lubbuun namoota 5 darbe
Finfinnee, Amajjii 12, 2016 (FBC)- Godinaa Haragee Lixaa Aanaa Xulloo Magaalaa Dabbasootti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namootaa 5 darbe.
Balaa tiraafakaa mudatee kanaan namootaa 5…
Humni Qilleensaa dhaabbata biyyoonni Afrikaa hedduun ce’umsa beekumsaaf gaafatan…
Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC)-Humni Qilleensaa Dhaabbata biyyoonni Afrikaan hedduun deeggarsa ce'umsa beekumsaaf gaafatan ta'uuf ga'oomuu Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Pirojektiin bishaan dhugaatii daangaa ce’aa Adigaalaa-Jibuutii daawwatame
Finfinnee, Amajjii 12, 2016 (FBC)-Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Injiinar Habtaamuu Ittafaan Pirojektii bishaan dhugaatii daangaa ce’aa Adigaalaa-Jibuutii daawwataniiru.…
Gosni barnootaa qormaataa biyyaalessa kutaa 12ffaa kennaman ifooman
Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC)-Gosa barnootaa qormaataa biyyaalessa Kutaa 12ffaa , 2016 kennaman Ministeerri Barnootaa ifoomse.
Ministeerichaatti Dursaa Hoji Raawwachiisaaa Dagaaginaa…
Ayyaanni Cuuphaa sirna miidhagaan kabajamee xumuramuu Humni Waloo beeksise
Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC)- Ayyaanni Cuuphaa Sirna miidhagaan kabajamee xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenya Biyyaalessaa beeksise.
Humnichi waloo ibsaa miidiyaaleef ergeen akka…