Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan biyya seenaa fi aadaaa ajaa’ibaa daawwatamuu qabduudha-Tuuristoota
Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan biyya seenaa fi aadaaa ajaa’ibaa daawwatamuu qabduudha jechuun Turistoonni Ayyaanaa Cuuphaarrattii hirmaatan ibsan.
Ayyaana Cuuphaa…
Safuufi kabaja ummanni fardaaf qabu itti fufsiisuun madda diinagdee taasisuuf hojjechuu qabna-Pir.…
Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC)- Safuufi kabaja ummanni Fardaaf qabu itti fufsiisuun madda diinagdee taasisuuf hojjechuu qabna jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Aadde Adaanech hojjettoota ijaarsa pirojektoota magaalattiif maaddii qoodan
Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojjettoota ijaarsa pirojektoota magaalattiif maaddii qoodaniiru.
Aadde Adaanech gama…
Embaasiiwwan garaagaraa ergaa bagaa ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC)-Embaasiiwwan biyyoota garaagaraa teessoon isaanii Finfinnee ta’e Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Embaasiiwwan…
Pireezidaanti Saahilawarqi ergaa baga ittiin isin gahee
Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC)- Pireezidaantii FDRI Saahilawarqi Zawudeen Ayyaanaa Cuuphaa ilaalchisee ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Ergaa isaaniin, Ayyaanota…
Ayyaanonni addabaabaayitti kabajaman tuuristoota hawwachuu fi gumaacha diinagdee olaanaa qabu-Obbo…
Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC)- Ayyaanonni addabaabaayitti kabajaman tuuristoota hawwachuu fi gumaacha diinagdee olaanaa qabu jedhan Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa…
Ayyaanni Cuuphaa Hordoftoota Amantaa Kaatoolikii biraatti kabajama jira
Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC)-Ayyaanni Cuuphaa Hordoftoota Amantaa Kaatoolikii biraatti kabajama jira.
Mana Amantaa Kaateediraalii Kaatoolikii Lidataa Maariyaamiitti, sirniota…
Ayyaanni Cuuphaa Hordoftoota Amantaa Ortodoksi biraatti kabajama jira
Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC) -Ayyaanni Cuuphaa Hordoftoota Amantaa Ortodoksi biraatti Sirna hoo'aan kabajama jira.
Ayyaannichi Finfinnee dabalatee magaalota guguddoo naannoolee…
Caffeen Oromiyaa Loogoo haaraa ifoomse
Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)- Caffeen Oromiyaa Loogoo, Biraandiingii fi Faaruun haaraa ifoomse.
Afyaa’iin caffee oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan akka ibsanitti loogoo,…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ugaandaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ugaandaa Yuweerii Museveenii waliin mari’ataniiru.
Mariin isaaniis dhimmoota gamlamee fi…